Haqaaf jiradhu

Haqaaf jiradhu Life short then please don't worry about the lifestyle.

13/11/2025

Finfinnee, Sadaasa 13, 2025: Godina Harargee Bahaatti roobni waqtilee lamaa hin roobin hafuu hordofee hoongee mudateen omishi duraa manca’uu jiraattonni Addis Standard’tti himan. Dhaabbanni hoongeen dura raaga jiru ifoomsu Famine Early Warning Systems Network (FEWS NET) gogiinsi mudate kun jalqa...

11/11/2025

"Daa'imni Dhalatu Dhalaa/Dhiira Ta'uu Kan Murteessu, Abbaadha Moo Haadha?"
***********************************************
Saalli daa'ima dhalatu tokkoo dhiiraa fi dhalaa ta’uun hojii Rabbii ta’uus, saayinsiin akka ibsutti saala daa’imaa kan murteessu chromosome abbaa irraa dhufuudha. Chromosome dhiiraa XY yoo ta’u, kan dubartii immoo XX dha. Dhiirti chromosome Y ykn X kennuu danda’a, dubartiin garuu yeroo hundaa chromosome X qofa arjoomti. Kanaaf, saala daa’imaa murteessuu irratti gaheen guddaan sanyii dhiiraa irraa dhufa. Yoo dhiirti chromosome Y kenne, daa’imni dhiira ta’a; yoo X kennu immoo dhalaa taati. Akkuma beekamu, dhiirti yeroo wal qunnamtii takkatti sanyii kormaa miiliyoona shanii ol dhangalaasu. Sanyiiwwan kanneen keessaa tokko qofaatu carraa hanqaaquu cabsuu aragata. Sanyii dhiiraa keessatti chromosome lachuu X fi Y ni argamu. Chromosome Y saffisaan fiiga, garuu yoo hanqaaquu hin arganne dafee du’a. Chromosome X immoo suuta fiiga, garuu hanga guyyaa sadiillee obsaan hanqaaquu eeggachuu danda’a. Yoo wal qunnamtiin osoo hanqaaquun gadi hin lakkifamin raawwatame, chromosome Y dafee waan du’uuf, chromosome X carraa eeggachuu qaba. Yoo hanqaaquun gadi lakkifamtee fi wal qunnamtiin hanga guyyaa lama keessatti raawwatame, chromosome Y saffisaan dursuun dhiira dhalachuu ni danda’a. Haata’u malee, sanyiin dhiiraa saala daa’imaa murteessuu danda’ullee, chromosome X fi Y keessaa kamtu akka irra oolu carraadha. Yoo chromosome Y carraa irra ooluu akka qabaatu barbaadame, tibba hanqaaquun gadi lakkifamuutti dhiyaatanii torbee tokkoof walitti aansuun wal qunnamtii saalaa raawwachuun barbaachisadha.
***********************************************
Kanaaf namoonni haati warraa tiyya dhalaa malee ykn dhiira malee dahuu hin dandeessu jechuun dogoggoraan bultii diigaa jirtan dogogoraan badii ishii malee haadha warraa teessan maqaa balleessurraa of qusadhaa! Dogoggoraan bultii teessan diigurraa of qusadhaan dhaamsa kiyya. Barreeffama kana erga dubbiftan booda share yoo gootan nama hedduu bira gahuuf hubannaa dogoggoraa kana hamma tokko hir'isuuf ni gargaara je'eetin yaada. Share godhaa!
Galatoomaa! Fayyaa dayaa!
Dr. NaafYaad Geetuu

Congratulations baga jaramtee
31/10/2025

Congratulations baga jaramtee

31/10/2025

Myself and my friends are now

31/10/2025

Dogs are saved more life

19/10/2025
17/09/2025

Life of gaze children at now

27/07/2025

Wan Heduu nama dhibuu

Send a message to learn more

03/07/2025

Address

Oromia Business
Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Haqaaf jiradhu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share