๐Œ๐ฎ๐ซ๐š๐ ๐Œ๐จ๐ก๐š๐ฆ๐ฆ๐ž๐ ๐€๐ฅ๐ข๐ฒ๐ข

  • Home
  • Ethiopia
  • Asebe Teferi
  • ๐Œ๐ฎ๐ซ๐š๐ ๐Œ๐จ๐ก๐š๐ฆ๐ฆ๐ž๐ ๐€๐ฅ๐ข๐ฒ๐ข

๐Œ๐ฎ๐ซ๐š๐ ๐Œ๐จ๐ก๐š๐ฆ๐ฆ๐ž๐ ๐€๐ฅ๐ข๐ฒ๐ข Haqa Walootiif ~~Mana Murtii Aadaa
Nageenya Walootiif~ Gaachana Sirna
Gargaarsa Walootiif~~Buusa Gonofaa Barreessaa fi Barsiisaa Afaan Oromoo
(1)

10/07/2025

Check out Shimalis Abdisa Fansโœ…๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡นโ€™s post.

  Paarkiin Biyyoolessa Booranaa Godina Booranaa Aanaalee Yaaballoo, Eelwayyee, Dirree, Dubuluqi, Dilloo, Mooyyalee, Miyo...
10/07/2025



Paarkiin Biyyoolessa Booranaa Godina Booranaa Aanaalee Yaaballoo, Eelwayyee, Dirree, Dubuluqi, Dilloo, Mooyyalee, Miyoo, Goomoleefi Areeroo keessaatti Bilookii Shaniin qoodamee kan argamu yoo ta'u;

Saaritee (Aanaa Eelwayyee)
Magaadoo (Aanaa Dirree)
Sooddaa (Aanaa Dirree)
Bilookii Diidaa Haraa (Aanaa Yaaballoo)fi
Dambalaa Dibaayyuu (Aanaa Dubuluqi)

Magaalaa guddittii Godina Booranaa kan taate Yaaballoon Finfinnee irraa fageenya Km 570 irratti argamti. Sanaaf daandii lafoo jirutti dabalataan buufatni xiyyaaraa hojjetamaa jiru wayita xumuramu carraa Tuuristoonni Paarkichaa daawwachuuf qaban daran dabala.

Paarkii Biyyoolessa Booranaa keessaatti bineensotaafi simbirrootni garaagaraa haala teessummaa lafaa bareeda waliin daawwatamu.

09/07/2025
"Itoophiyaan Biyya Qormaata Keessa Dhaabbattee Hafte Osoo hin taane,Biyya Qormaata Hundaa Milkiin darbaa jirtudha.Barich...
09/07/2025

"Itoophiyaan Biyya Qormaata Keessa Dhaabbattee Hafte Osoo hin taane,Biyya Qormaata Hundaa Milkiin darbaa jirtudha.

Barichi Itoophiyaadhaaf tibba rakkinaa fi qormaataa ta'uu dandaโ€™a.Yeroon rakkinaa kun ammoo gabaabaa dha.Qormaatni hangamuu ulfaatu, rakkinaa fi qormaatileenis heddummaatu, danqaalee ishee muudatan irra aanuuf humna guddaa qabdi.Tibba rakkinaa kana booda barri milkaaโ€™inaa dheeraan Itoophiyaan rakkina keessaa itti baatus qabatamaan dhufuu isaa agarsiiftuun mul'achaa jiru,ragaadha" Muummee Ministeeraa Dr. Abiy Ahmed Ali ๐Ÿ‘‡

05/07/2025
04/07/2025
04/07/2025
๐Ÿ’ฏTen Unknown Facts About  Founding: Tesla was founded in 2003 by engineers Martin Eberhard and Marc Tarpenning, not Elon...
04/07/2025

๐Ÿ’ฏ
Ten Unknown Facts About
Founding: Tesla was founded in 2003 by engineers Martin Eberhard and Marc Tarpenning,
not Elon Musk. Musk joined the company as a major investor and became its public face.
Model Naming Quirk: Teslaโ€™s car lineup follows a playful pattern: Model S, 3, X, and Y.
Elon Musk has said it was meant to spell "S3XY," with the number 3 replacing an "E."
Battery Focus: Tesla's breakthrough isnโ€™t just in electric cars but also in battery technology. Tesla has invested heavily in creating
powerful and long-lasting batteries, not only for cars but also for energy storage solutions like Powerwall.
Autopilot and Full Self-Driving: Teslaโ€™s Autopilot is an advanced driver-assistance system, but itโ€™s not fully autonomous. The
company is working on Full Self-Driving (FSD) software, which could eventually enable true autonomous driving.
Gigafactories: Tesla operates massive manufacturing plants known as Gigafactories, located in the U.S., China, and
Germany. These factories are integral to Teslaโ€™s ability to scale production and reduce costs.
SpaceX Connection: Tesla and SpaceX, both run by Elon Musk, share more than just a CEO. The companies collaborate on technology, and
SpaceXโ€™s Falcon Heavy rocket even launched a Tesla Roadster into space as part of a 2018 test flight.
Sustainable Vision: Tesla's mission is to accelerate the worldโ€™s transition to sustainable energy.
In addition to electric cars, the company is a leader in solar power and energy storage solutions.
Over-the-Air Updates: Tesla was the first car manufacturer to allow over-the-air software updates, letting owners
download new features and improvements to their cars without visiting a dealership.
AI and Robots: Teslaโ€™s AI Day event introduced Tesla Bot, a humanoid robot designed to handle dangerous or
repetitive tasks, showcasing Muskโ€™s vision for AI and robotics beyond automobiles.

04/07/2025

Address

Asebe Teferi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐Œ๐ฎ๐ซ๐š๐ ๐Œ๐จ๐ก๐š๐ฆ๐ฆ๐ž๐ ๐€๐ฅ๐ข๐ฒ๐ข posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ๐Œ๐ฎ๐ซ๐š๐ ๐Œ๐จ๐ก๐š๐ฆ๐ฆ๐ž๐ ๐€๐ฅ๐ข๐ฒ๐ข:

Share