23/01/2026
Dargageessa arjaa xiqqoo qabu irraa
Qoodee hawaasa G/Arsii namoota 10000 niif project bishaan dhugaatii hojjechuuf waadaa galee jira garu kanaan dura maqa balleessii gara garaatin ji'a 5 nif hidhamee kanture yoo ta'u Joon Daani'eel arraa kunoo waan gaarii kanaan as bahee jiraa