Jiituu Oromiyaa Jiituu

Jiituu Oromiyaa Jiituu Jiituu Oromiyaa Jiituu🌍

06/11/2025

05/11/2025

Oromia Forest and Wildlife Enterprise
31/10/2025

Oromia Forest and Wildlife Enterprise

30/10/2025

Dilbii Lixa OromiyaaPaarkii Biyyoolessa Dhaatii Walal==========================Paarkiin Biyyoolessa Dhaatii Walal bara 2...
29/10/2025

Dilbii Lixa Oromiyaa
Paarkii Biyyoolessa Dhaatii Walal
==========================
Paarkiin Biyyoolessa Dhaatii Walal bara 2002 E.C kan hundeeffame yoo ta'u,Godina Wallaggaa Lixaa fi Qeelleem Wallaggaa jidduutti argama. Lafa hektaara103500 kan ta'uun Aanoota Ja'aan daangeffamee argama.
Paarkiin Kun Qabeenya guddaa akka Lixa biyyattitti tajaajila tuurizimiif ooluu danda'u kan of keessatti qabate yoo ta'u, Hoosistoota, simbirrootaa fi bosona uumamaa akkasumas haala teessuma lafaa caffa'aa miidhagaa ta'e kan of keessaa qabudha.
Keessuma Paarkiin Biyyoolessa Dhaatii Walal wanti adda isa godhu Roobii bakka tokkotti 200-300 haroo Dhaatii keessatti argamuu isaa fi Gafarsa Coomoo baay'inaani fi guddinaan adda ta'e yeroo kamuu dhaqanii argachuun kan danda'amu ta'uu isaati!

29/10/2025
28/10/2025

Paarkii Biyyoolessa Gaarreen Arsii: Bilookii Honqoloo: Bilookii 4 PBGA qabu keessaa tokko yoo ta'u, Aanaa Leemmuu Bilbiloofi Honqoloo Waabee jidduutti kan argamu Bineensota Bosonaa fi haala teessuma lafaa bareedaadha kan of keessaa qabudh.

Address

Asella

Telephone

+251917639413

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jiituu Oromiyaa Jiituu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share