Arbagugu Media Network

Arbagugu Media Network Waa'ee Sabaa bal'dhaa Oromoo Itti Dubachuuf Filannoon Keessan Arbagugu Media Network Haa ta'uu

03/03/2026

Arbagugu Media Network

03/03/2026

14/02/2026

10/02/2026

.



Akkaataa ulaagaa kanaatti, maallaqa addunyaarratti maallaqa kamiinuu ol gatii qabudha. Dinaarri Kuweetii tokko dolaara 3.25 ta'a.



Dinaarri Baahireen tokko Dolaara 2.65 ta'a. Dolaarri tokko Kooboo 37 (saantima biyya tanaa) ta'a.



Ibsa waa'ee suuraa,Riyaala Omaan
Riyaalli Omaan bara 1970 gabaarra oole. Riyaalli Omaan tokko dolaara 2.60 ta'a.


Dinaarri Jordaan bara 1950 gabaarra oole. Dinaarri Jordaan tokko dolaara 1.41 ta'a.



Paawondii Istarliing jaarraa 15ffaa kaasee maallaqa gabaarra ooledha. Siistamni isaa immoo bara 1971 haaromfameera.
Gatiin Paawondii Istarliing tokko dolaara 1.37 ta'a.
Paawond Istarliingi maallaqa UK ti.



Paawondiin Jibraaltar bara 1920 gabaarra oole. Yeroo ammaa gatiin isaa gatii Paawond Istarliing waliin walitti dhiyaata. Kan bu'uufii ol ka'us akkaatuma Paawond Istarliingiitiinidha.

(Farankaa_Siwiiz)

Swiis Firaank maallaqa biyya Swiitzerlaand fi Liechtenstein.
Maallaqni kun maallaqa amansiisaa (safe) addunyaa jedhama. Kun sirna siyaasaa tasgabbaawaa Siwiizarlaand irraa ka'edha.

(Dolaara Oddoolawwan Saayman)

Oddoolliwwan Saayiman daangaa Biriitish kan Kaariibiyaaniirratti argamandha.
Dachii hiree i jedhamti. Qubsuma hundaaf mijattuu akka jechuuti.


Yuuroon bara 2002 keessa gabaarra oole.
Maallaqni Yuuroo maallaqa Gamtaa Awurooppaati.
Yoo xinnaate biyyoonni miseensota Gamtaa Awurooppaa 27 keessaa 20 kan ta'an Yuurootti fayyadamu.
Yuuroon tokko dolaara 1.18 ti.

(US Dolaar)

Dolaarri Ameerikaa maallaqawwan addunyaa keessaa gatiidhaan 10ffaa irratti argama.
Dolaarri Ameerikaa bara 1700 jalqaba faayidaarra oole. argama.
Dolaarri Ameerikaa bara 1700 jalqaba faayidaarra oole.

:_BBC_Afaan_Oromoo

Address

Asella

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Arbagugu Media Network posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share