
29/06/2025
Nama!!!!!
# H𝐮𝐛𝐚𝐝𝐡𝐮
Wanti bakka itti dhaabbatu hin qabne hin jiru!
Rabbiin waa hunda bakka itti dhaabbatu godhee jira
Yeroo bakka itti dhaabbatu gahe, faallaa isaatti jijjiramuun isaa hafa hin qabu. G𝚊𝚍𝚍𝚒 𝚐𝚊𝚖𝚖𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚝𝚝𝚒, 𝚛𝚊𝚔𝚔𝚘𝚘𝚗 𝚋𝚊l'𝚘𝚝ti𝚒, 𝚍𝚑𝚞𝚔𝚔𝚞𝚋𝚗𝚒 𝚏𝚊𝚢𝚢𝚊𝚝𝚝𝚒, 𝚖𝚒𝚜𝚔𝚒𝚒𝚗𝚞𝚖𝚖𝚊𝚊𝚗 𝚝𝚞𝚓𝚓𝚊𝚊𝚛𝚞𝚖𝚖𝚊𝚝𝚝𝚒, 𝚐𝚊𝚋𝚛𝚞𝚖𝚖𝚊𝚊𝚗 𝚋𝚒𝚕𝚒𝚜𝚞𝚖𝚖𝚊𝚝𝚝𝚒, 𝚑𝚒𝚍𝚑𝚊𝚊𝚗 𝚑iik𝚊mutti, 𝚑𝚞𝚖𝚗𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚋𝚞𝚞𝚗 𝚑𝚞𝚖𝚗𝚊 𝚊𝚛𝚐𝚊𝚝𝚞𝚞𝚝𝚝𝚒.
# 𝐢𝐧𝐬𝐡𝐚𝐚 A𝐥𝐥𝐚𝐚 𝐨𝐛𝐬𝐢
♻️ Akka rakkatteti hin haftu 𝙗𝙖𝙡'o𝙤 𝙖𝙧𝙜𝙞𝙩𝙪 𝙢𝙖𝙡𝙚𝙚.
♻️ Akka gadditetti hin haftu G𝙖𝙢𝙢𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪 𝙜𝙖𝙧𝙩𝙪 𝙢𝙖𝙡𝙚𝙚.
♻️ Akka miskiinofteti hin haftu 𝙦𝙖𝙗𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙖𝙧𝙜𝙖𝙩𝙩𝙪 𝙢𝙖𝙡𝙚𝙚.
♻️ Akka humna dhabdeti hin haftu 𝙝𝙪𝙢𝙣𝙖 𝙖𝙧𝙜𝙖𝙩𝙩𝙪 𝙢𝙖𝙡𝙚𝙚.
♻️ Akka injifatamteti hin haftu 𝙞𝙣𝙟𝙞𝙛𝙖𝙩𝙩𝙪 𝙢𝙖𝙡𝙚𝙚.
♻️ Akka mana kiraa keessa galtuti hin haftu 𝙠𝙖𝙣 kee 𝙞𝙟𝙖𝙖𝙧𝙖𝙩𝙩𝙪 𝙢𝙖𝙡𝙚𝙚.
♻️ Akka ilmoo dhabdeti hin haftu 𝙞𝙡𝙢𝙤𝙤 𝙖𝙧𝙜𝙖𝙩𝙩𝙪 𝙢𝙖lee
♻️ Akka baratteti hin haftu 𝙝𝙤𝙟𝙞𝙞 𝙖𝙧𝙜𝙖𝙩𝙩𝙪 𝙢𝙖𝙡𝙚𝙚.
♻️ Akka gabroomteti hin haftu 𝙗𝙞𝙡𝙞𝙨𝙪𝙢𝙢𝙖𝙖 𝙜𝙖𝙧𝙩𝙪 𝙢𝙖𝙡𝙚𝙚.
Dubbisun Guutuu Si Taasisa