Hora Studio Asela

Hora Studio Asela Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hora Studio Asela, Film/Television studio, Asella.

Hiriira Gammachuu Xumuramuu Hidhaa Haaromsaaf Guyyaa Ardhaa Arsii Asallaatti.
17/09/2025

Hiriira Gammachuu Xumuramuu Hidhaa Haaromsaaf Guyyaa Ardhaa Arsii Asallaatti.

06/09/2025
Brush By Hasumakeup school.Asellaa 2nd  Batch student Graduation's
06/09/2025

Brush By Hasu
makeup school.
Asellaa 2nd Batch student Graduation's

Sagantaawwan keessan Miidhagsinee seenadhaaf Isiniif Olkeenya.  Studio the Quality of View #
04/08/2025

Sagantaawwan keessan Miidhagsinee seenadhaaf Isiniif Olkeenya.
Studio the Quality of View #

02/08/2025

Iddoo Miidhagduuu Asallaan Qabdu keessaa Tokko Hora Dooshaa

Dhaabbii Biqiltuu Magaalaa Asallatti Adoleessa 24/2017
31/07/2025

Dhaabbii Biqiltuu Magaalaa Asallatti Adoleessa 24/2017

Kabajamtoota Hordoftoota Fuula Fb keenya Namni Tilmaama sirrii Argate Tokkolleen Hin Argamne.Yaalii Gootaniif Galatoomaa...
14/07/2025

Kabajamtoota Hordoftoota Fuula Fb keenya Namni Tilmaama sirrii Argate Tokkolleen Hin Argamne.
Yaalii Gootaniif Galatoomaa.

 !Tapha xummuraa geeba kilaboota Addunyaa bara 2025 Chelsea fi PSG giddutti Sanbata guddaa sa'aatii 4:00 tti gaggeeffamu...
12/07/2025

!
Tapha xummuraa geeba kilaboota Addunyaa bara 2025 Chelsea fi PSG giddutti Sanbata guddaa sa'aatii 4:00 tti gaggeeffamu sababeeffachuun namoota 3 dursanii tilmaama sirrii argatan
1ffaa Waraabbii Viidiyoo bilisaa cidhaaf, eebbaaf yookiin kabaja guyyaa dhalootaa kan qabuuf(hanga Adoolessa 30)
2ffaa Unlimited data kan torbee tokkoo
3ffaa kaardii abbaa qr 200
fuula Facebook keenya like, follow fi share gochuudha.
Carraa gaarii!
HORAA #

Suurawwan Eebba Pirojektoota Magaalaa Asallaa Guyyaa Ardhaa
06/07/2025

Suurawwan Eebba Pirojektoota Magaalaa Asallaa Guyyaa Ardhaa

Eebba Leenjitoota Atileetiksii Akkaadaamii Xurunesh  Dibaabaa Marsaa 13ffaaArsii Asallaa.
01/07/2025

Eebba Leenjitoota Atileetiksii Akkaadaamii Xurunesh Dibaabaa Marsaa 13ffaa
Arsii Asallaa.

Ammas Irraa Deebiin Baga Geettaan Suuraawwaan mimmiidhagoo Guyyaa Ardhaa Eid Mubaarek
30/03/2025

Ammas Irraa Deebiin Baga Geettaan Suuraawwaan mimmiidhagoo Guyyaa Ardhaa
Eid Mubaarek

Address

Asella

Telephone

+251910399480

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hora Studio Asela posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share