Jaal Firoomsa

Jaal Firoomsa Oromummaan dhiiga

03/04/2025
 Raafama(sodaa) Hamaa keessaa galtee jirti!Torbee kana keessa Itti aanaan Jaal Marroo kan ta'e suufii uffatee magaala ke...
31/03/2025


Raafama(sodaa) Hamaa keessaa galtee jirti!
Torbee kana keessa Itti aanaan Jaal Marroo kan ta'e suufii uffatee magaala keenya seeneera jechuun tikaa fi ijoolle Niqiluu guurte akka saree maraatu wan godhachaa jirtuuf namu of eeggadha.

Somaaliyaan bakka murteessaa US'f kennuuf dhiyeessuun 'yaada abdii kutannaati' jette SomaalilaandiItoophiyaa biyyi galaa...
30/03/2025

Somaaliyaan bakka murteessaa US'f kennuuf dhiyeessuun 'yaada abdii kutannaati' jette Somaalilaandi

Itoophiyaa biyyi galaana diimaatti 100km gadi dhiyaattee jirtu hulaa galaanaa argachuuf osoo gaafattuu Somaaliyaan Ameerikaan akka fudhattuu gaafatte.

Buufanni waraanaa fi doonii Somaaliyaan Ameerikaaf dhiyeessite kami?

Somaaliilaandi deebii akkamii kennuuf qophoofte? 👉👉 https://bbc.in/4j7ZnQK

Address

Arsii Oromiyaa
Asella
7369

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaal Firoomsa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share