Õŕómûmãñ Ďhīīğãâ

Õŕómûmãñ Ďhīīğãâ Orommuumaa
Dhigaa Baga ngy dhuftaan
Follow godha

26/07/2025
18/07/2025

Waan Ati Barbaaddu
Rabbiin Sin Dhoorkin

Rakkoon hammaattus, fira ormatti hin hamataniHagam yoo cimes, gaaddisa darbu hin qabu firriQomookoo yaa qomakooSi keessa...
08/07/2025

Rakkoon hammaattus, fira ormatti hin hamatani
Hagam yoo cimes, gaaddisa darbu hin qabu firri

Qomookoo yaa qomakoo
Si keessa beeka alaaf golakoo

Qoraannu wal walittii
Abidda taatee bishaan danfisti

Ilkaanni wajjin nyaataa
Gaafa gaafa walitti kaata

Nan obsa atis obsi
Orma jalaa, qaawwa kan keenya dhoksi

11/06/2025

Nabi Muhammad irratti Salawaata Buusuun Raahaa Qalbiiti.💚ﷺ🕌🕋

Address

���
Awash

Telephone

+251939769573

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Õŕómûmãñ Ďhīīğãâ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share