Johny Muleta Pages

Johny Muleta Pages Justice for all�

Halkan jummataati salawaata heddummeessaa‼Namni Onnee qulqulluudhan Nabii Mohammad ﷺ jaalatu Salawaata irratti haa buusu...
19/12/2024

Halkan jummataati salawaata heddummeessaa‼

Namni Onnee qulqulluudhan
Nabii Mohammad ﷺ jaalatu
Salawaata irratti haa buusuu❣️

Saw saw saw saw saw saw saw

  ‼➔ Nama miira isaa hin hogganne miira isaatu isa hoggana waan taheef gochoonni tokko tokko gara hin taanetti si geessu...
03/12/2024



➔ Nama miira isaa hin hogganne miira isaatu isa hoggana waan taheef gochoonni tokko tokko gara hin taanetti si geessu. Yeroo baay'ee osoo rakkinoonni jiranii akka nama hin argineetti bira darba turre bira darbuun garuu rakkinoota kana gama 2ti hubachuuf waan barbaadameefi tokko alkallattiin rakkinichi miidhaa fakkaate mul'achuu danda'a haala yeroo irratti hundaa'uudhaan garuu rakkina ykn hanqina fakkaate mul'achuun dhumarratti bu'aa qabaachuu danda'a.
Gama biraatiin immoo rakkina taheetuma gochoota rakkinichaan dhufan boodaan sirreeffama argameen waan hubatamuuf callifamee bira darbama jechuudha.
➔ Haa tahuu haalli kanaan addatti siyaasa fedhii dhuunfaatti makanii ilaalcha ofii qofaan namas tahe sirna salphisuuf gochi taasifamu kamuu balaa hamaa fida. Balaan inni fidus salphaa miti, tarii namoota tokko tokkoof mul'achuu dhabuu danda'a. maaliif miira isaanii to'achuu dhabuun miira isaanitiin hogganamanii irra caalatti balaa fi miidhaa hamaa geessisu.
➔Rakkinaa fi ilaalchonni tokko tokko jiraachuu danda'u tahus rakkinaa fi ilaalcha muraasaaf jedhamee gochoota hin malle mul'isuunis hin barbaachisu. Waan jiru akka namaatti gadi taa'anii mariidhaan furmaata waaraa itti kennutu barbaadama malee waan biraa duubaan barbaadun eessayyu nama hin geessu.
➔ Ilaalcha dhuunfaaf jecha sirnaan qoosuun sirrii miti gatii nama kafalchiisa maaliif sirna aarsaan itti kaffalamee dhufeedha.
➔ Ilaalcha dhuunfaaf jecha biyyaan qoosunis hin barbaachisu ilaalchi ni hafa biyyi garuu itti fufa waan taheef. Hanqina ilaalchaa qabduun aangoo keetiin gocha hin malles raawwachuun hin barbaachisu.
➔ Aangoo qabdu sirnaan itti fayyadamtee biyyaa fi sirnaafis bu'aa buusuu qabda malee waan hin taane ol baastee gad buusuun biyyaa fi sirnaaf godaannisa hin banne namarra kaahunis sirrii miti.Walumaa galatti hanqinootaa fi ilaalchota jiran kallattiin ati ittiin ilaaltutu murteessaadha ilaalcha dhuunfaa keetinis tahee akka sirnaatis madaala isaa egachu.

26/10/2024

Jiini haga fedhe yoo ife
Waan halkanii hin wallaalchisuu je'an✔️

Waraanni waggaa tokkoof Isr*a*el fi hamaas giddutti gaggeeffamaa jiru gara waraana Idila addunyaatti ce'aa jiraachuu isa...
01/10/2024

Waraanni waggaa tokkoof Isr*a*el fi hamaas giddutti gaggeeffamaa jiru gara waraana Idila addunyaatti ce'aa jiraachuu isaa agarsiiftun hardha galgala muldhate ragaadha‼️

Haalli Baha-Giddugaleessaa daran hammaataa deemaara. Waraanni waggaa tokko dura Israa'eliifi Hamaas gidduutti jalqabe, du'aatii namoota hedduufi barbadaa'uu Gaazaatiif sababa ta'ee, booda kanammoo biyyoota biroos dabalataa dhufeera. Amma kaleessaatti Israa'el, Filisxeen, Libaanosiifi Yaman ifatti kan tuqe waraanichi, har'ammoo Iraaniinis waan dabalate fakkaata.
Guyyaa 4 dura hogganaa Hizbullaah Sayyid Hasan Nasrallaah kan aj*jeefte Israa'el, seeliiwwan Hizbullaah Kibba Libaanoos keessa jiru qulqulleessuuf karoora jedhuun kaleessa halkan irraa jalqabee waraana lafoo garas galchiteetti. Kanumaan walqabatee Iraan galgala kana rookkeettiiwwan hedduu gara Israa'elitti dhukaasuu jalqabuun isii gabaafamaara. Haleellaa Iraan kanaaf deebiin Israa'el kennitu maal ta'uu mala kan jedhutu eegama.

BBC World Service

𝗙𝗶𝗹𝗮𝗻𝗻𝗲𝗲 𝗙𝗶𝗹𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮✔️Sagantaa CAAYAA OBN Irratti Gaggeessitoota adda addaa dhiyeessuun gaaffii fi komii ummata biraa ka'uu...
02/07/2024

𝗙𝗶𝗹𝗮𝗻𝗻𝗲𝗲 𝗙𝗶𝗹𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮✔️
Sagantaa CAAYAA OBN Irratti Gaggeessitoota adda addaa dhiyeessuun gaaffii fi komii ummata biraa ka'uuf deebii fi yaada akka keennaniif hojjachuu irratti baayyeen keenya kan beeknu Gaaz. Anwaar Jamaal dorgommii biyyoleessaa kan Badhaasa Miidiyaa (Media Award) yeroo duraaf bara kana qophaaye irratti gartuu ‘Gaazexeessaa cimaa sagalee ummataatiin' qofa filatamu irratti dorgomaa jira. Gaazexeessaa akkasii kana immoo jajjabeessun kan hunda keenyaa tahu qaba.

Dorgommii kanaan dargaggeessi kun akka injifatuuf sagaleen keessan murteessaa waan tahef, link asiin gadii kanaan galaatoo Gaaz. Anwaar Jamaal haa filannu❗️

(https://ethio-mediaaward.com/)
* የምርጥ ጋዜጠኞች ዘርፍ (የህዝብ ምርጫ ብቻ) iddoo jedhu jala xiyyaa VOTE NOW jettu cuqaasuun አንዋር ጀማል (ኦቢ ኤን-OBN) jedhu tuqxan booda, jala irratti “VOTE” kan jedhu cuqaasuun filadhaa!

█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█
12/06/2024

█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█

04/05/2024
13/02/2024

Address

Awash

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Johny Muleta Pages posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Johny Muleta Pages:

Share