Molu Guyo Tari

Molu Guyo Tari Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Molu Guyo Tari, Digital creator, Borena, Oromia, Awassa.

 .
13/08/2024

.

Amma nama sirba beekhu toko naa ga yaami. Ato inni kiraari d'ae sirbuti jiru, irreeni AABBO Waaqa Elisha ira buute. Jenn...
05/06/2024

Amma nama sirba beekhu toko naa ga yaami. Ato inni kiraari d'ae sirbuti jiru, irreeni AABBO Waaqa Elisha ira buute. Jennaani inni waan jed'e, Wonti AABBO Waaqi jed'u tana: Laga kana ch'ufa haro keesati qoqota. Ato bokayafi bubbele argu baatani amuma tana laga kana bisaani guutani, isanifi looni keesanifi horiini, keesani ka geejiba ch'ufti d'uddani d'eebu baatani. Elishani ammalle waan jed'e, Wonti kunini Waaqaa woma keesa injirtu, inni worra Moabule harkuma keesaniti kenna.
2 Hayyoota 3:15‭-‬18 BOR

Amma nama sirba beekhu toko naa ga yaami. Ato inni kiraari d'ae sirbuti jiru, irreeni AABBO Waaqa Elisha ira buute. Jennaani inni waan jed'e, Wonti AABBO Waaqi jed'u tana: Laga kana ch'ufa haro keesat

22/01/2024

Warrii Waaqa sodaatu sodaa jireenna hin qabu

13/01/2024

;_SABABII_ISAA
1.Dubbisii nama guutuu nama godha.
2.Dubbisaan baaddiyaayyu keessa taahee addunyaa gubbaa naanna'a.
3.Namii dubbisu waan dubbatu hin dhabu.

Address

Borena, Oromia
Awassa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Molu Guyo Tari posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share