Inshaa allha page

Inshaa allha page (((االلهم يا فاطر السموات والأرض انت ولي في الدنيا والآخرة توفني مسلما والحقنى باالصالحين ))

Arjaa akka galaanaa…Xaliila akka bishaanii…Bareedaa dhala Namaa…Nabi Muhammad Irratti Salawaata Buusaa… صلوات ربي وسلامه...
25/09/2025

Arjaa akka galaanaa…
Xaliila akka bishaanii…
Bareedaa dhala Namaa…
Nabi Muhammad Irratti Salawaata Buusaa…
صلوات ربي وسلامه عليه

24/09/2025

Rakkoo heedduu sitti jirtu rabbiin halkanuma arraa kanatti sihaa furu

🌟 Guyyaa har’aa Fala**xiiniif beekkamtiin seenaa kenname!Biyyoonni beekamtii kennan keessaa: Yunaayitid Kiingdom (UK), K...
23/09/2025

🌟 Guyyaa har’aa Fala**xiiniif beekkamtiin seenaa kenname!

Biyyoonni beekamtii kennan keessaa: Yunaayitid Kiingdom (UK), Kanadaa, Awustiraaliyaa.

✨ Bu’aalee beekkamtii Kanaa Maal Fa’i !?

1️⃣ Abbaa-biyyummaa fi seera-qabeessummaa – Fala**xiin mootummaa beekamtu taasisa; dhaabbilee idil-addunyaa keessatti hirmaachuuf carraa kenna.
2️⃣ Cimina siyaasaa – Is**iil irratti dhiibbaa uuma;
sagalee Fala**xiin marii fi wal-gahii siyaasaa keessatti cimaa taasisa.
3️⃣ Eegumsa seeraa fi dippilomaasii –
Mirga namoomaa fi seera waraanaa kabachiisuuf carraa bal’aa kenna; hariiroo dippilomaasii fi daldalaa salphisa.
4️⃣ Hamilee sammuu fi abdii Ummataa –
Abdii fi mirga ummataatiif hubannaa cimaa kenna; mootummaa bilisaa ijaaruuf abdii ni uuma.

Fala**xiiniif beekkamtii kennuun;namummaa fi haqaaf beekkamtii kennuu dha!

Kuni jalqabbii injifannoo taha Inshaa ALLAAH

20/09/2025
16/09/2025

Duniyaa kanarra Akki hundi akka jiru beekuu barbaachisa inshaa allha hundinuu nidabra

13/09/2025

Han tuutni adurretti yookofalte isiibira boollaatu jira!!

Jummaa ardhaa kana keessatti rakkoo sitti jirtu hunda sihaa furu Aamiiiiiiiin Aamiiiiiiiin jadhi
12/09/2025

Jummaa ardhaa kana keessatti rakkoo sitti jirtu hunda sihaa furu Aamiiiiiiiin Aamiiiiiiiin jadhi

09/09/2025

nama haaso,a namaa biroo siffidu irraa fagaadhu inni gana haaso,a ke nama biro geysuu ta,a irra fagaadhu

08/09/2025

Waan sitti jabaate hunda rabbiin sihaa laaffisu ammumatti

Address

MufiidSharaf3@gmail. Com
Aweday

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Inshaa allha page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share