KITO VINE

KITO VINE Kito vine

10/11/2024
Pirezidantiin Somaaliyaa humnoonni nageenyaa mootummaa Itoophiyaa walgahii Gamtaa Afriikaa - AU irratti akka hin hirmaan...
18/02/2024

Pirezidantiin Somaaliyaa humnoonni nageenyaa mootummaa Itoophiyaa walgahii Gamtaa Afriikaa - AU irratti akka hin hirmaanne ''na dhorkuuf yaalan'' jechuun turtii isaanii Finfinnee addaan kutuun gara Somaaliyaatti deebi’uun gabaafame.

Balaa Tiraafikaa Mudateen Lubbuun Namaa fi Qabeenyarra Miidhaan Gaheera.God/Har/Bahaatti Daandii Aanaa Gursum fi Baabbil...
03/12/2023

Balaa Tiraafikaa Mudateen Lubbuun Namaa fi Qabeenyarra Miidhaan Gaheera.

God/Har/Bahaatti Daandii Aanaa Gursum fi Baabbilee Walqunnamsiisu irratti Gaafa Sadaasa 22 Balaa Konkolaataa Izuzu Jimaa fi Nama Fi'atee Deemaa Ture Irratti Mudateen Hanga Ammaatti Lubbuun Namoota 6 Darbuu fi Namoota 4 Irratti Miidhaa Cimaa fi Salphaan Gaheera.

Konkolaataan Izuzu Jimaa fi'atee Gara Baabbilee imalaa ture irratti Aanaa Baabbilee Araddaa Gambeella iddoo addaa Gaara Abdibuuc jedhamu keessatti konkolaataan ariitii fi humna olfi'uun gara galuun miidhaa namarraan gaheera.

Namoonni du'anis 4 kan Gursumii fi 2 Baabbilee tahuu isaa ragaan arganne ni mullisa.
Namoonni kuni

26/11/2023

Ammee
Harargee Bahaa Oduu Muudamaa‼
1.Aanaa Baddannoo.
1.Obbo Abraahim Yuuyyee=Bulchaa Aanaa
2.Badhaasoo Abduramaan=IG Waajjira Paartii.

2.Aanaa Gola Odaa

1.Musxafaa Mahaammad Yuusuf=Bulchaa
2.Ahmad Muummee=IG Waajjira Paartii.

3.Aanaa Mayyuu.

1.Obbo Sharaf Aliyyii =IG waajjira Paartii.

4.Aanaa Kurfaa Callee.

1.Obbo Dachaas Xahaa=Bulchaa Aanaa
2.Aadde Nabiyaa Mahaammad=IGtuu

waajjira Paartii.
3.Muuyaddiin Ahmad =A/A Bulchaa
4.Kumee Morkaa=IG Damee Siyaasaa
5.Taajuu Abdukariim =IG Damee Ijaarsaa

5.Aanaa Makkanniisa Oromoo

1.Abduqaadir Dasii=Bulchaa Aanaa
2.Diinoo Jamaal=I/A Itti Aanaa Bulchaa

6.Aanaa Baabbilee

1.Abdii Mahaammad Hassan=IG Damee Ijaarsaa.

7.Magaalaa Baabbilee

1.Mahaammad Bakrii =IG Waajjira Paartii.
2.Ahmad Najjaash Abduramaan Muummee =IA Kantiibaa .
3.Feeysal Aliyyii=IG Damee Ijaarsaa.

8.Aanaa Fadis.

1.Iliyaas Mahaammad=IA Bulchaa
2.Abdulhakiim Yusuf =IG Damee Siyaasaa .

9.Aanaa Cinaaksan.

1.Abdulaziiz Mahaammad=IG Waajjira Paartii .

10.Aanaa Haramaayaa.

1.Jamaal Kamaal Abraahim=IG Damee Siyaasaa.
=======:======
Muudama Seektaroota Aanaatiin.
===========================
1.Anuwaar Najjaash=Hogganaa Mana Qopheessaa M.Baabbilee
2.Ramadaan Abdii=Itti Gaafatamaa Waajjira Lafaa M.Baabbilee
3.Fooziyaa Yusuf Ahmad=IG waajjira Bulchiinsa Aanaa Baabbilee

4.Anuwaar Alinur Hassan =IG waajjira Milishaa Aanaa Aanaa Gursum.
5.Abdii Abraahim (Abdii Filee)=IG Waajjira Nageenyaa Aanaa Baabbilee
6.Mahaammad Abdullaahi Hassan=IG Bulchiinsaafii Nageenyaa Aanaa Cinaaksan.
7.Taataq Dabalee Malkaa=IG Waajjira Nageenya Magaalaa Baabbilee
8.Hamzaa Abdule Yusuf=IG Bulchiinsaafii Nageenya Aanaa Dadar
Maddi:-komunikeshini Hararge baha

Send a message to learn more

Faransaa biyya guddina himattuun gurraachaafi baqataatti roorriftu, biyya halkanii guyyaa Islaamarratti duultu kunoo Mak...
05/10/2023

Faransaa biyya guddina himattuun gurraachaafi baqataatti roorriftu, biyya halkanii guyyaa Islaamarratti duultu kunoo Makhluuqa xiqqaa kanaan Rabbiin rakkisaa jira. Tukhaanni manneen 10% ol seenee nama Miliyoona tokkoofi cinaatu ala bahe. Ministeerri barnootaa, geechibaa, Ispoortii fi  tuurizimii ibsa kennuurratti argaman. Waraana Rabbii keetii maaltu beeka?

Address

Ethiopian
Babile

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when KITO VINE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to KITO VINE:

Share