Taju bilisaa

Taju bilisaa Dirree xiinsammu
Jechootaa hayyoota.

22/01/2025

JIREENYA KAAYYOO!

๐ƒ๐ข๐ซ๐ซ๐ž๐ž ๐ค๐ฎ๐›๐›๐š๐š ๐ฆ๐ข๐ข๐ฅ๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š sibiilli goolii (๐‘ฎ๐’๐’‚๐’) yoo hin jiraanne, taphni nama hawwatuun hafee nama jibbisiisaayyu.

Taphattoonni nama maraatee dirree keessa oliif gad fiigu nutti fakkaatan.

Jireenyi ๐Š๐š๐š๐ฒ๐ฒ๐จ fi ๐ ๐š๐ฅ๐ฆ๐š hin qabnes kanaan wal fakkaata.

12/10/2024
06/10/2024

Bidiruun kaโ€™umsa irraa gahumsa ishee hin murteessine dambaliin kamiyyuu ni
fudhata

25/09/2024

Waan feetu fi hawwitu yoo dhabde uumaa keettii hin gaddiin , inni waan barbaaddee osoo hin taane , waan si barbaachisuu siif rawwataa!

21/09/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Jems Kan Zako, Hรกshรฏฤซ Ahmed รbdรผrรคhmรฃรฑ, Temam Ali Yusuf, Saadii Hassan

19/09/2024

Kaayyoo kee irraa ija hinbuqqifatin;
abjoochuus hindhaabin; bakkaan gaโ€™uuf aarsaa sigaafatu kamiin iyyuu kanfaluuf
qophaaโ€™i.

17/09/2024

Haala addunyaa beekuu!

โ€ขAddunyaan keessa jirru tun guyyaa guyyaan jijjiiramti.

Akkuma ifni dukkanaan bakka buโ€Ÿaa deemu, dukkanni illee yeroo isaa eeggatee, ifaan akka dhaalamu hubachuun barbaachisaadha.

โ€ขGaafa qananiโ€Ÿanii jiraatan illee guyyaa biraa akka rakkoofi gadadoon nama muudatu, beekanii yoo dhufes fala faluu nan dandaโ€Ÿa jedhanii of amansiisuudha.

17/09/2024

Namaaf jette yeroo tee hin gubin , ilmi namaa galata hin beekuu.

16/09/2024

fb.com/stars

Address

Babile

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Taju bilisaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share