Mahammad Nuure Ibroo

Mahammad Nuure Ibroo 1.Tokkummaan Humna!
2.Obsi Ulee Hayyuuti!

26/07/2025
25/07/2025
  Galateefannaa  Bulchaa Aanaa Baabbilee Kabajamoo Obbo Nuuree Mahammad dabarsaan. Ministeerri Carraa  Hojii uumuu fii O...
24/07/2025

Galateefannaa Bulchaa Aanaa Baabbilee Kabajamoo Obbo Nuuree Mahammad dabarsaan.

Ministeerri Carraa Hojii uumuu fii Ogummaa Federaala Aadde Mufariyaat Kaamiil fi Bulchaan Godina Harargee Bahaa Aadde Miskii Mahammad Hojii Tajaajila Lammummaattin Aanaa Baabbilee Gandaa Barkaalleetti Muzii Tishuu Calture shaanyii filatamaa dhaabban sababeeffachuun erga galateefannaa Bulchaan Aanaa Baabbilee Kabajamoo Obbo Nuuree Mahammaad dabarsanii jiru.

Karoora imala badhaadhinaa fi wabii miidhaan nyaata mirkaneessuuf mootummaan misooma innisheetiviwwan garaa garaa bocuun hojjeta jiru galmaan gahuuf Ministeerri Carraa Hojjii Uumuu fi Ogummaa Federaala Aanaa keenya filaatanii hojii tajaajilaa lammummaatiin muzii saanyii filaatama bara darbee Gandaa Ifaa keessaatti bara kanas Gandaa Barkaallee keessatti dhabuu isaatiifi hojii fayyadamummaa uummata mikaneessuu hojjechuu isaatiif Maqaa kiyyaaf, Maqaa Bulchiinsaa Aanaa Baabbilee fi Maqaa Uummataa Aanaa Baabbileettin guddaa godhe galateeffachuun barbaada jedhan Bulchaan Aanaa Baabbilee Kabajamoo Obbo Nuuree Mahammad

Ilamamaa fi yaadamaa paartii fi mootummaan badhaadhinaa maatii fi jiruuf jireenya qonnaan buula jijjiiruuf kallattii hundaan hojjeta jiru irraa fayyadamoo ta'a jira jechuun dubbatanii jiru Bulchaan Aanaa Baabbilee Obbo Nuuree Mahammad.

Hiyyummaa injifachuuf diinagdeen akka of danda’aniif mootummaan taarsimoo adda addaa bocuun hojjeta jiruun caalmaatti irraa fayyadama ta'uuf qonnaan bulaan keenya sirritti hojjechuu qaba jechuun dhamanii jiru.

Address

Babile
Babile

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mahammad Nuure Ibroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mahammad Nuure Ibroo:

Share