Qeerroo Badhaadhina Afrikaa

Qeerroo Badhaadhina Afrikaa Afrikaa Misoomsine Fakkeenya Tanaa

Godini Booranaa Waacaa Nageenya Hidha Haaroomsaa Godina Baalee irraa fuudhuun simatani‎‎Waancaan Hidha Haaromsa Guddicha...
25/07/2025

Godini Booranaa Waacaa Nageenya Hidha Haaroomsaa Godina Baalee irraa fuudhuun simatani

‎Waancaan Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa moottoo "Waancaa Hidha Haaromsaa Nageenyaaf!" jedhuun Godinaalee fi Magaalota Oromiyaa irra naannawaa jira.

‎Waancaan Hidha Haaromsaa turtii Kilaasteraa Baalee xumuruun guyyaa har'a Kilaastera Kibba Oromiyaa keessaa naannawuuf imala gara Godina Booranaatti tolchuuf iddoo hoggansaafi qondaaltootni Poolisii Kilaastera Baalee fi Kibba Oromiyaa jiranitti walirraa fuudhameera.

‎Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa Mallattoo Injifannoofi tokkummaa keenyaa!

25/07/2025
25/07/2025
የፌዴራል ተቋማትን ሞዴል አደረጃጃት ማድረግ ያስፈልጋል - ተስፋዬ በልጅጌ (ዶ/ር)በፓርቲ ሥራዎችና የመደበኛ ተግባራት አፈጻጸም የፌዴራል ተቋማትን ሞዴል አደረጃጃት ማድረግ ያስፈልጋል ሲሉ የ...
25/07/2025

የፌዴራል ተቋማትን ሞዴል አደረጃጃት ማድረግ ያስፈልጋል - ተስፋዬ በልጅጌ (ዶ/ር)

በፓርቲ ሥራዎችና የመደበኛ ተግባራት አፈጻጸም የፌዴራል ተቋማትን ሞዴል አደረጃጃት ማድረግ ያስፈልጋል ሲሉ የብልጽግና ፓርቲ ሥራ አስፈጻሚ ኮሚቴ አባልና የፌዴራል ተቋማት የፖለቲካ ዘርፍ ሰብሳቢ ተስፋዬ በልጅጌ( ዶ/ር) ተናግረዋል፡፡

የፌዴራል ተቋማት ብልጽግና የአስተዳደር፤ ኢኮኖሚና ማህበራዊና የክላስተር እንዲሁም የወረዳዎች የፖለቲካ ዘርፍ አመራሮች በተገኙበት የዘርፉን የ2017 በጀት ዓመት አፈጻጸም ገምሟል፡፡

በበጀት ዓመቱ በፖለቲካ አቅም ግንባታ፤ በውስጠ ፓርቲ ዴሞክራሲ፤ በጎ-ሥራዎችና አረንጓዴ አሻራ አዳጊ ውጤቶች መመዝገባቸውን የገለጹት ዶ/ር ተስፋዬ ጥንካሬዎችን በማስቀጠልና ጉድለቶችን በማረም የፌዴራል ተቋማት ግንባር ቀደምና አርአያ እንዲሆኑ ማስቻል ያስፈልጋል ብለዋል፡፡

በፌዴራል ተቋማት ያለውን እምቅ አቅም በመጠቀም ተግባራትን በፈጠራና ፍጥነት በማከናወን እንዲሁም በተቋም ግንባታ ሌሎች ልምድ የሚቀስሙበት ሊሆን እንደሚገባም አጽንኦት ሰጥቷል፡፡

የፌዴራል ተቋማት ብልጽግና በሶስት ክላስተሮችና 16 ፌዴራል ተቋማት ወረዳዎች የተዋቀረ የብልጽግና አደረጃጀት ነው፡፡

Guyyaa 6 qofatu hafe!👉Adoolessa 24, 2017 guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoona 700 dhaabuuf qophiin xumuramaa jira.👉Gu...
25/07/2025

Guyyaa 6 qofatu hafe!

👉Adoolessa 24, 2017 guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoona 700 dhaabuuf qophiin xumuramaa jira.

👉Guyyaa kana namoonni miiliyoonni 30 ol ashaaraa isaanii ni kaa’u jedhamee eegama.

👉Hundi keenyaa seenaa kana haa qoodannu, waloon dhaabuun haa dandamannu!

legacy

"Mootummaan Naannoo Oromiyaa nageenya naannichaa waaressuun misooma itti fufiinsa qabu mirkaneessuuf cimsee hojjeta!" Ob...
25/07/2025

"Mootummaan Naannoo Oromiyaa nageenya naannichaa waaressuun misooma itti fufiinsa qabu mirkaneessuuf cimsee hojjeta!" Obbo Hayiluu Addunyaa
= = =

Mootummaan Naannoo Oromiyaa imala badhaadhinaa eegalame milkeessuuf karoora xiiqii qopheessuun xiyyeeffannoo olaanaan hojjechaa jiraachuu hoogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa karoora xiiqii bara 2018 ilaalchisuun miidiyaaleef ibsa kennaniin himaniiru.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimmoota tarsiima’aa ta'an irratti xiyyeeffachuun diinagdee naannichaa bayyanachiisuuf hojjetaa jiraachuu ibsuun, Bara 2018tti Galmoota qonnaa gurguddoo wabii nyaataa mirkaneessuu, al ergee guddisuu, oomisha alaa galu kan biyya keessaa bakka buusuufi carraa hojii bal’inaan uumuu qabaman milkeessuuf xiyyeeffannaa olaanaan kennamee kan hojjetamu ta’uu Obbo Hayiluun dubbataniiru.

Qonna Arfaasaa 2017/2018 lafa hektaara Mil 1.7 misoomsuun Callaa kuntaala Mil 41 argachuuf karoorfamuu ibsuun, Qonna Gannaa 2017/2018 lafa hektara Mil 11.8 misoomsuun Callaa kuntaalli Mil 368 kan eegamu ta’uu eeraniiru.

Misooma Qamadii Bonaa bara 2018 lafa Hektaara Mil 4 ol misoomsuun callaa Kuntaalli Mil.163.6 kan eegamu ta’uu himuun, Qonna Naannichaa hirkattummaa roobaa jalaa baasuuf Pirojeektii Finnaa hojiirra oolchuun damdamannaa misooma gammoojjii Oromiyaa ijaaraa jiraachuu kan ibsan Obbo Hayiluun, bara bajataa 2018 keessatti Pirojektoota jallisii buleeyyii 237 ijaaramaa jiran keessaa Pirojeektota Finnaa 15 dabalatee pirojektoota 163 xumuruuf karoorfamuu ibsaniiru.

Mootummaan pirojektoota fayyadamummaa uummataa dabaluuf pirjektoota yeroo qabame keessatti xumursiisuun tajaajilaaf banaa taasisuun aadaa ta’aa dhufaa jiraachuu ibsanii bara kanas Pirojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu 2,826 ijaaramaa jiran keessaa pirojektoota 2,602 xumuruun ummanni mil.1.6 fayyadamaa taasisuuf kan hojjetamu ta’uu himaniiru.

Magaalota bakka gurgurtaafi oomishaa taasisuuf xiyyeeffannoon hojjetama kan jiruu fi bara kana Kilaastarri Industirii Godoo kuma 25 oliifi, Jiddugalli gabaa 2,162 kan ijaaramu ta'uus eeraniiru.

Hojii barbaaddoota mil 2.7 oliif hojii uumuun, liqii Qar. bil.15.9 kennuuf kan karoorfame yoo ta’u, bakka omishaafi gurgurtaa lafa heektara. kuma 98 dhiyeessuu sheedii 6,818 dabarsuu xiyyeeffannaa olaanaan kan hojjetamu ta’uu kaasaniiru.

Diinagdee cimaa ijaaruun badhaadhina eegalame dhugoomsuu keessatti babal’inni investimantii shoora olaanaa qabaachuu kan ibsan Obbo Hayiluun, bara kana Pirojektoota Investimentii 10,500 kaappitaala qarshii bil. 200 argamsiisan kan simatan ta'uu himaniiru.

Kanaanis Carraan hojii namoota mil, tokkoof kan uumamu ta’uu dubbataniiru.

Egeree ijaaruuf misooma barnootaaf xiyyeeffannoo addaa kennamee hojii hojjetamaa jiruun manneen barnoota Bu’uura Boruu 2,853, mana jireenya barsiisotaa 30,444 manneen barnoota Sad.1ffaa 170, manneen barnootaa Sad. 2ffaa 22 humna waloofi baajaata mootummaan kan ijaaramman ta’uu kaasuun, dhaqqabamummaa tajaajila fayyaa fooyyeessuuf baroota darbanitti hojiiwwan eegalaman cimsuun kan hojjetamu ta’uus ibsaniiru.

Bu’uruma kanaan Miseensa inshuraansii fayyaa hawaasaa mil 31.5tti olguddisuuf kan hojjetamu ta'uu himuun, du’aatii haadholeefi daa’immaanii xiqqeessuufi ittisaafi to'annoo dhukkuboota irratti xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu dubbataniiru.

Galiin walqabatee idileen qarshii biliyoona 200.9, mana qopheessaan biliyoona 58.1fi galii keessoon biliyoona 28.4 waliigala qarshii biliyoona 283 ol kan walitti qabamu ta`uus eeraniiru.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa gola Oromiyaa hunda keessatti nageenya mirkaneessuuf xiyyeeffannoo addaan kan hojjetamu ta'uu himuun, balballi nagaaf baname kan hin cufamneefi harki nagaaf diriire kan hin dachaane waan ta`eef qaamni nagaan galuu barbaadus akka galuu danda`u yaadachiisaniiru.

Hojiin olaantummaa seeraa kabachiisuus cimee kan itti fufu ta`uus Obbo Hayiluun himaniiru.

🙏________Roobee________🙏Bulchiinsa Magaalaa Roobeetti Waajjira lafa magaalaa Gamagama rawwiii hojii kurmaana 1ffaa kan t...
25/07/2025

🙏________Roobee________🙏

Bulchiinsa Magaalaa Roobeetti Waajjira lafa magaalaa Gamagama rawwiii hojii kurmaana 1ffaa kan torbee 2(Lammaa)fi qophii karoora bara 2018 iddoo Itti Gafatamaan Waajjira obbo Getu Hailu argamanitti ilaallame jira.

👉Gamagama kanaan hoggantoota fi hojjatoonni waajjira lafa kutaa magaalaa sadanii Akasumas hojjatoonni waajjira lafa magaalaa Muummee argamanii jiru.

👉Gamagama torbee lammaa kan irraatti hojiiwwan hojataman ciminoota jiranifi hanqinoota jiraan ilaaluun kallattiin gara fuldura kan ta'ee yoommuu ta'uu akkasumas qophii karoora bara 2018 halaa gadii fagoo ta’een ilaalame qophaa’ummaa guutuudhaan hojichaaf akkaa ogeeyyiin waajjira uf qopheessuu akkaa qaban Ittii Aanaan waajjira lafa magaalaa Roobee obboo Mugni Yusuf dhaamanii jiru.

Jemal Abagero
Alemayehu Tulu Gemeda
Fa'iz Ahmad Hasaan
Ifa Omer Argo
Jemal Husen
Getu Hailu
Mugni Yusuf
Diriba Regasa
Feyise Alemu Faa
Feysala Abduro

Address

4 Kilo
Bahir Dar
123

Telephone

+251960979327

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeerroo Badhaadhina Afrikaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Qeerroo Badhaadhina Afrikaa:

Share