Ali Ye Mataaharaa Lijj

Ali Ye Mataaharaa Lijj Jiraa Akkaa Rabbiin Nuun Fedheeti

With Anas Mohammed Idris – I'm on a streak! I've been a top fan for 3 months in a row. 🎉
26/12/2024

With Anas Mohammed Idris – I'm on a streak! I've been a top fan for 3 months in a row. 🎉

Bareedduu kooHundaan toltuuTokkittii kooJaallatamtuu!Burqaa Tirtiraa kootoltuu maraajaalattuu koomootii namaa!Marartuu k...
02/10/2024

Bareedduu koo
Hundaan toltuu
Tokkittii koo
Jaallatamtuu!

Burqaa Tirtiraa koo
toltuu maraa
jaalattuu koo
mootii namaa!

Marartuu koo
gar laafettii hundaaf naatu
Obsituu koo,
ka dandeettee hundaa baattu!

Jajjabeessituu koo
miyeessituu jiruu
addunyaa naaf jiraadhu

02/10/2024

With Anas Mohammed Idris – I just got recognised as one of their top fans!

29/09/2024

;haadha isaatu isa guddise.
’ii ;haadha isaatu isa guddise.
ibnu hanbal ;haadha isaatu isa guddise.
faatih ;haadha isaatu akka inni qusxanxiniyyaa banurratti isa guddiste.
ibnu hajar ;obboletti isaatu isa guddise.
teeymiyaan ;haati isaa teeymiyaa ja’amti,nama akkaan nama gorsu turte..inniniis maqaa isiitin beekkame.
Dubartiin oomisha dhiiraati,oggaa dubartiin tolte hawaasa fi biytiniis tolte.
❤️ Dhugatti haati mana barnootaati.!!
Maalif akka adawwiin islaama dubartii islaamaa balleysu feetu arkitanii.?!
Rabbiin dubartii islaama kara isaarratti haa qajeelchu.

28/09/2024
28/09/2024

☆☆﷽☆☆
✍ kee yeroo ol fuutu du'aa'iif/rabbiin kadhatuuf...
rabbiin danda'aadha... waa hundarratti.
rabbiin rahiim ta'uu.
rabbiin arjaadha/ kariim.
✍Maaltu isa dadhabsiisa isa.?!
✍ajajni isaa ... qofa
🌸Kannaf yeroo harka isa jala qabattu tasgabbaa'i.....
🌺Rabbiin s.w kennuu jaalata..... haga ati fudhatuu jaalattu caalaa...
🤲harka kee ol fuudhi amaniillee akka rabbiin siif kennu.....
🌸Rizqii kee siif bal'isa.
🌸dhukkabsataa kee siif fayyisa.
🌸 yaada kee siif guuta....

Allahmdulilahi Galaanii Rabbiif ha gahuu godiinaa Harargee baha aanaa gola oda bulchaa bulchiinsa kabajamoo fi jaalatamo...
26/09/2024

Allahmdulilahi Galaanii Rabbiif ha gahuu godiinaa Harargee baha aanaa gola oda bulchaa bulchiinsa kabajamoo fi jaalatamoo obbo Musxaafa Mohammed joollee baratoota gandaa buqqaa'aaf daftaara joollee nuuf keennaani Sabboonummaa jedhaan sana arraan argee bulchaa kenyaa rabbiin sibiraa ha dhaabatuu abbaa miskiinaa nuuf jiraadhu 🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🙏🙏🙏

25/09/2024

Irreen keenya Rabbuma qofaa beeki!
Irkoon keenyaas Rabbuma qofaa beeki!
Tumsaan keenyaas Rabbuma qofaa beeki!

Kan nu jaalattanis warri nu jibbitaniis yoomillee taanaan Islaamummaan Ruuhi Teenyaa oli beekaa!

Waan tokko hubadhaa, amantii irratti Filannoo biraa tokko hin qabnu Islaamummaa malee.

Oromummaan dhiiga kenyaa isiin addaan bahuu hin dandeenyuu beekaa! Saba jijjirachuun hin dandahamu beekaa! Sabaa fi Sablammootni hundinuu wal qixa tahuu beekaa. Ol'aantummaa Saba tokkootillee hin furadhu! Ol'aantummaan ta RABBII qofa tahuus beekaa. Muramte......

Beekiis, hubadhuus Rakkoon tokkolleen Nu hin tuqu bar waan Rabbiin lowhal Mahfuuz keeysatti nuuf murtii godhe malee, Waan Rabbiin nuuf barreesse malee humaa nu hin mudatu, Rabbiin inni tiksaa keenya. Rabbiin tumsaa keenya, warri Irkatan haa irkatanii Rabbuma qofa irratti mu'imintoowwan!

Islaama tahuun kiyya tola Rabbiin natti ooleeni. Alhamdulillaah. Galatni dhuma hin qabne kan rabbii islaamummaa nuuf kanneeti
الحسود لا يسود
Yaa Rabbi hamtuu Haasidaa nurraa doomsi.

Address

Bahir Dar
123

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ali Ye Mataaharaa Lijj posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share