Moha oromo

Moha oromo Baalee ROOBEE iddoo ittiin Wal bartan fi obbolummaa dhugaa qofa ittiin argatan waan ta'eef share waliif godha

Nigatu Mootumma hoggansa hojjachun beekame
10/08/2025

Nigatu Mootumma hoggansa hojjachun beekame

07/08/2025

callisu keenyaa sodaa seti.
no more ni gaha

  Too gabaase
05/08/2025

Too gabaase

03/08/2025

  kan dhabbatu    keessaa jedhan dhugaan jiru immoo natti hin fakkatu.     duudhaa fi Afaan naannoo sani beeku jedhan ga...
28/07/2025

kan dhabbatu
keessaa jedhan dhugaan jiru immoo natti hin fakkatu.
duudhaa fi Afaan naannoo sani beeku jedhan garuu...
feedhii dhuunfaa isaaf dhabbate osoo hin taane kan ummataf duursa kennu jedhan .garuu....
malee kan tajaajilu jedhan .garuu..
fi waan mata keenyaa irra gahe heddu qabna. garuu dubbannaan nuuf dhumate jennee dhiifne.isin hoo?

28/07/2025
  Eenyuu?Warrii qeequu hoo Eenyuu?Kan anaf yaada wal irratti fedhii dhuunfaaf wal dhabuuti. Dhiisi obbollee koo. Kan hoj...
26/07/2025

Eenyuu?
Warrii qeequu hoo Eenyuu?
Kan anaf yaada wal irratti fedhii dhuunfaaf wal dhabuuti. Dhiisi obbollee koo. Kan hojjatu faarsi hojii isaa ibsi. Kan dhabne qeequ irra gaafadhu. Kanatu biyyaa ijara. Nagaa naaf jiraadha isin lachu sababni harreen dhiite ilkaan wal irra hin cabsituuti

Address

Robe
Ababa

Telephone

+251964714057

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Moha oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Moha oromo:

Share