Waa'ee amaanta

Waa'ee amaanta Yaa Waqaayyo ati naf qajeelchi jireenya Koo

26/09/2025
Ulee pataralikoonnii qabataan maalif fakkii bofaan fakkefamee kaan jedhuu?.seraa lakkofsaa 21:4-9Ulichisii sibilaa borra...
29/05/2025

Ulee pataralikoonnii qabataan maalif fakkii bofaan fakkefamee kaan jedhuu?.

seraa lakkofsaa 21:4-9
Ulichisii sibilaa borraajjii kan hojjaatamee yeroo ta'uu.
Israa'eloonnii yeroo imaala irraa turanittii
Sababaa be'elaaniifi dhebotaniin obsaa ni dhaban.
Isaanis nuyi nyataa wa'ee hin basnee kana hin jibbinee jechuun musee fi waqaayyoo irrattii hin ka'aanii dubbataan.

Waqaayyoos ennaa kanaa bofotaa hadhaa (summii )qabaan garaa isanittii ergee yeroo kana bofoonnii suniis namotaa danuu yeroo isaan hiddaan isaan kessaa namonnii bayyeen hin dhumaan..

Kanaa irraattii namonnii kun musee biraa dhufanii nutii waqaayyoo irrattii kanee sis yakkinerraa kanaf bofotaa kana akka nurraa debisuuf nuf kadhadhuu ittiin jedhan.

Yeroo kana museenis isaanif waqaayyoon kadhatee.
Waqaayyoos kadhannaa sa dhaga'e
Museedhaa bofaa sibilaa borraajii irraa tolchii utubattii rarraasii.

Yeroo kanaa namoonnii bofnii iddee yeroo garaa isaa ilaalee hin fayyaa ittiin jedhe.

Museenis halaa innii ajajeen hojjatee rarrasee namooniis ilaalanii ittiin fayyaa turaanii.
🔜 Kanaaf #666 osoo hin tanee waan wangeellii ragaa ba'udhaa.

Yeroo wangelaa dubbisnuu waqaayyoon iccittii isaa hubaannoo isaa nuf yaa kenuu. Ameen ✥✟

Sera ba'uu 14 :11

04/03/2025

Lakkii yaa Hattuu fi kijibduu🤏✍🏿

03/03/2025
29/12/2024
29/12/2024

Address

Robe
Bale

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251930676291

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waa'ee amaanta posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Waa'ee amaanta:

Share