Qaroo Saba

Qaroo Saba Baga nagayaan dhuftan

12/11/2025

Badhaadhina maalif deeggarra?

Sirnichatu keenya. Sirna jaarraa tokkoo oliif ture tattaafatee ka'e. Saba Gadaan bulu akka biyyaatti gadoomuu dadhabetu, gulantaa isaaf maltutti dhufee gadoomee muudame. Abjuutu dhugoome, guddicha Ardii Afrikaatu kallachoome.

Qabsoo, Aarsaa, falmaa barootaa fi wareegama akaakayyuu fi abaabayyuutu ce' e. Qabsoo lubbuu qaalii balleessee wareegama dhiigaa dhangalasee fi lafee caccabsetu injifatee Kiiloo Afur seene. Waan itti taane akka itti fidne waan beeknuf sirnicha tikfanne. Sirnicha jaallanne faarsuun kanaafi.

Inni kan biraa sirnicha faarsinuuf ilma gudeeda saba gabrummaan miidhame irraa dhalatetu aangootti olbahe. Ilma keenya gadoome tumsuu waan qabnuuf cinaa dhaabbanne. Sanuu ilma goota raajii hojjetu tahuu sirriitti hubannee. Ijaa keenya caalaa eeggachuuf dirqamne. Osoo hanqina qabaateyyuu kudhan obsinee, kudhan gorsinee, kudhan dhoksuufii akka qabnu duudhaa keenyarraa baranne hojitti hiiknee tikfachuu fi tumsuu filanne.

Kan biraa yaadama Paartichaa sirritti dubbifnee Ida'amuun fala tokkicha biyya teenyaa ta'uu amanne. Yoo tokkoomne, araaraafi dhiifamaan kaan waliif dhiifnee yoo gamtoomne malee maraammartoo walfiixiinsaa keessaa akka hin baane hubanne. Jalqabbiiwwaan raajii ta'an arginee abdii horanne. Kanaaf of kenninee faarsutti cichine, malee akka abaaree bultoonni jedhan faarsuuf jennee kaffaltii biroo hin fudhanne. Faarsinee osoo hin taane kaleessas har'as dafqa keenyan bulla. Ammas sirnicha yoomiyyuu faarsuu itti fufna...!
Qaroo Saba Qaroo Saba

Nama Barri miidheyoomiyyuu oromoof qaaliidha
04/11/2025

Nama Barri miidhe
yoomiyyuu oromoof qaaliidha

04/11/2025


========================
LIVERPOOL
🆚
REAL MADRID

------------------------ -------------------------------
☑Kibxata Galgala sa'aatii⏰5:00 irratti

☑Dirree Aanfiildi irratti

✔️Tapha Cimaa Chaampiyoonsi Liigii Torbee

✍️Tilmaama keessan barreessaa❗️

04/11/2025
Baalee too taatu ammaa
19/10/2025

Baalee too taatu ammaa

16/08/2025
01/07/2025

Alahamdulillaah Alh

Address

Robe
Bale

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qaroo Saba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share