
31/05/2025
fi Itoophiyaan ammas wal-gaarrifachuu hin dhiifne. Dhimmi Malkaa galaanaa Itoophiyaana kaastu Ertiraa quuqeera. Ertiraan irra deddeebitee, "Itoophiyaan maalif na nunnussiti" jechuun dhaadatti. Itoophiyaan gama isiitiin dhimmi Malkaa galaana dhimma murteessaa akka ta'e kaasti. Kana hordofee gaanfa Afrikaatti waraanni dhalachuu mala yaaddoon jedhu jiraachuu gabaassi bbc dhiyoo kana baase ni muldhisa.