Bedele Woreda community

Bedele Woreda community Odeeffannoo misooma Aanaa beddellee Godina Buunnoo Beddellee fi oromiyaa Wayitaawaa argattu hordofa

Hwaasnii Abshaallii paartii isaa bira dhaabbachuun Jijjirama eegalamee sirnaan dhandhamata Itoophiya Gara Biyya Fakkeeny...
04/05/2026

Hwaasnii Abshaallii paartii isaa bira dhaabbachuun Jijjirama eegalamee sirnaan dhandhamata

Itoophiya Gara Biyya Fakkeenyummaati

Aanaa Beddellee Ganda Abaaloo Sootaattii duula naa filaadha Paartii Badhaadhinaa Hawaasa Gandichaa waliin geggeffamee jira.

Paartii Badhaadhinaa Filachuun biyya mirgi gareefi dhuunfaa walqixa keessatti kabajame,biyya birmadummaan ishee amansiisaa ta'e ijaaruuf murteessuudha.

Paartiin Badhaadhinaa cabiinsa rogdaneessa biyyi keenya ittiin qoramaa turte wal’aanuuf yaadama sirriin biyya diigumsa irraa baraaree gara guddummaatti imalchiisaa jira
Kanaaf Paartii Badhaadhinaa filadhaa jechuun erga isaanii dabarsanii jiru

Paartii badhaadhinaa haa filannu mallattoon keenya "Nadoo Qamadiitii jechuun sagantaan kun goolabamee jira.

01/05/2026

Paartii Badhaadhinaa Filachuun Misooma Nageenyaaf Jijjirama biyyaa dhugoomsuudha

Itoophiya Gara Biyya Fakkeenyummaatti!!Aanaa Beddellee Gandaa T/Cabalii Sosochii duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa ...
01/05/2026

Itoophiya Gara Biyya Fakkeenyummaatti!!

Aanaa Beddellee Gandaa T/Cabalii Sosochii duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa Jira.

Paartii Badhaadhinaa filadhaa!
Mallattoon Keenya Nadoo/Bissii qamadiiti

Eebla 20/2018 {{KAB}} Aanaa Beddelleetti Hojjettoonni Seekteraalee Garaagaraa Sagantaa Buna Dhugaa Qopheessuun Sosochii ...
28/04/2026

Eebla 20/2018 {{KAB}} Aanaa Beddelleetti Hojjettoonni Seekteraalee Garaagaraa Sagantaa Buna Dhugaa Qopheessuun Sosochii Duulaa na filadha paartii badhaadhinaa Gaggeessan

Aanaa Beddelleetti Seekteraaleen Bulchiinsaa dalda CHU fi investment Barnoota fi manni maree Sagantaa buna dhugaa qopheessuun Sosochii Duulaa na filadha paartii badhaadhinaa Gaggeessaniru

Itti Gaafatamaan Waajjira paartii badhaadhinaa Aanichaa Obbo Wandimmu Raggaasa sagantaan buna dhugaa Hawaasa Oromoo biratti kan ittin nagaa wal gaafataniif Wali iyyaafataniidha jechun Imalaa paartii badhaadhinaa keessattis Hawaasa Gamtoomeef Tokkummaan Jijjiramaf Hojjetu Horachuun Badhaadhinaa walootti milkeessuuf garaagaruudha kanaaf Badhaadhinaa Filachuun misooma nageenyaaf Jijjirama waareessudha jedhaniru

Bulchaan Aanaa Beddellee Obbo Olumaa Qana'aa Paartii Badhaadhinaa Jijjirama eegalee itti fufsiisuun Lammiileen biyyatti akka irra fayyadamuu taasiisuun Hojii ballaan hojjetama jira kanaaf Paartii Kutannoon jijjiramaf hojjecha jiru filachuun Jijjirama eegalamee itti Ha fufsiisuu ha tumsinuu jedhaniru

Address

Buno Bedele Oromia Ethiopia �
Bedele

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bedele Woreda community posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Bedele Woreda community:

Shortcuts

Share