10/04/2026
Humni nama kabajchiisa.
Biyyoota Arabaa 22 keessaa,Biyyoota Islaamaa Jedhan 57 torba keessaa biyyi woraana guyyoota 40 taasifame jaarsummaadhaan xumuruuf keessumeessaa jirtu paakistaani.
Paakistaan biyya Niwukulara hidhattedha. Kanaaf akka salphaatti eenyullee ishee hin tuqu. Kanaaf dhageettii qabdi. Biyya wal fixuuf moggaa ga'e kottaa mana kootti maryannaa jettee Ameerikaaf Iraaniin mana isheetti keessumeessaa jirti. Kuni salphaa miti.
Ni milkaa'aaf hin milkaa'uun waan biraati. Garuu haala kanaan yeroofis ta'u woraana dhaabsisanii jaarsummaaf gadi teessisuun waan guddaadha.
follow https://www.facebook.com/hiikaaquraanaa