14/06/2026
P1:- Amala Imaltuu
Daandiirra manakee baatee bakka biroo deemtee beekta miti? mee yaadadhu waan achirratti dabarsan. An waa xiqqoon siif tuqaati na caqasi. Ganama hirriba dhabdee tikkeettiikee qabattee buufata konkolaataa yoo dhaqxee ni simatamta. Yoo barfatte garuu hin simatamtu. Konkolaataankee ganamaan deemeem. Bakki kee nama isa abdiidhaan qophaa'ee dhaqe garuu tikkeettii hin qabneef kennama. Mitiiree? Argite?๐ฅบ
Yaa Obboleeko, wanta qabdan jabeessaa qabadha. Amantii keessanitti cima. Isinittan himaati Dammaqa.
Waaqayyo hubannaa nuuf haa kennu๐คฒ
Dilbata Dilbii nuuf haata'u๐