NN New News

NN New News page kana haala jiruu fi jireenya ummanni kenya keysa jiru wal biraan gahuuf kan hundaa'e waan ta'ee

14/09/2022
Ilmaan kenya ija takkaan laaluu fi haqa yatiimaa eeguu jachuun maal jachuudha?Deebii kanaatif chaanaala kenya kana subsc...
20/07/2022

Ilmaan kenya ija takkaan laaluu fi haqa yatiimaa eeguu jachuun maal jachuudha?Deebii kanaatif chaanaala kenya kana subscribe fi sher godhuun hordofaa, silaa waan faayidaa qabu laaluu fi hordofuus hinbarbaaddanii garuu warri fedhii qabdan muraasni hin dhabamtan janneeti

https://t.me/kadirhamza1/190waan ajaa'ibaa maqaa sheekaa fi majlisaatim jaarsattiin tun hojjattu telegraama kadir hamzaa...
18/07/2022

https://t.me/kadirhamza1/190waan ajaa'ibaa maqaa sheekaa fi majlisaatim jaarsattiin tun hojjattu telegraama kadir hamzaa kana tuquun dhaggeeyfadhaa

11/07/2022

Abiyyi ahmad oromo walloo irratti duula wanni baneef soddoota isaa gammachiisuufi,godina addaa saba oromo diiguun fedhi jaraatiis kan isaatisi

11/07/2022

Oromia Broadcasting Services (OBS) miidiyaa walabaa fi loogirraa bilisa ta'ee jijjiirama hawaasaa itti fufinsa qabu dagaagsuuf hundaa'edha. OBS - Filannoo ...

11/07/2022

SIRREEFFAMA: AMMEE:
Guyyaa kaleessaa irraa kaasee iyyaa jirra. Lolichi garee fiinxaleeyyii Amaaraa irra darbeera. Waraanicha Mootummaa Amaaraatu hogganaa jira. Duula Oromoo Walloo irratti banameen namoonni miidhamaa jiru. Humna addaa, milishaa fi dargaggoota jibba Oromootiin machaa'anii hanga funyaaniitti hidhataniin waliin qindaa'uun balaa hamaa geessisaa jiru. Ummanni gurmuukee cimsi.

11/07/2022
10/07/2022

Warri ustaaz kamaal hebboo WBOtu ajjeese jattanii soba hafarsaa turtan jirtuu? Qaanfii malee warri sobaa turtan keysaafu ustaazonni garin

10/07/2022

Abbaa garaa maal jatte? Waa'ee garaa keeti malee silaa waan gandaa keetuu yaaduu way dhaqqabdaa?

Address

Odeeffannoo Haarawa Ummata Oromo Biraan Gahuu
Bedessa
ABDIRABBIITINNIBILISOOMNA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when NN New News posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share