Boke wood

Boke wood Artii orommo haa gudisnuu
(2)

24/06/2026
"Arsii maal godhan?"Torbee lama dura, dursanii olola qinda'aa irratti oofan. Olola kana miidiyaa Habashaan labsan. Ololl...
17/06/2026

"Arsii maal godhan?"

Torbee lama dura, dursanii olola qinda'aa irratti oofan. Olola kana miidiyaa Habashaan labsan. Ololli kun akka attention argatu gara amantiitti shift godhan. Namoota Qaama hidhatee bosona jiru barbaacha bahe ajjeefame Ordoksiin Arsitti ajjeefaman jedhanii quba gurra kaayatanii lallaban! Lallaba kana finfinnee hanga DC-tti wal harkaa butanii hoo'isanii ajandaa biyyaalessaa tolchan.

Qaamni dhaabbata amantii keessa taa'un ergama siyaasaa kana fudhatee amantii da'oo godhachuun ajandaan kun akka isaan fedhanitti VIRAL akka bahuuf irra deddeebin "Arsitti ortodoksiin ajjeefama jira" jedhee ibidda jala tuqaa tureera.

Erga kana godhanii booda ummata Qe'ee fi qabeenya isaa irraa buqqisan. Osoo qabeenya qabu Homeless godhan. rakkoo isaa kanatti Enjoy godhuun Wuskii buufatanii Cheers jechutti jiru!

Duulli sun itti yaadamee, karooran kan Qindeeffame tahuu ragaan kanaa olii hin jiru!

~Hin amanu......Ee hin amanuAkkamitti amanamaaDhufaatii keetin eega Galgalaaf ganamaaWaraabeeysi si nyaateMaalif yuusuu ...
01/06/2026

~Hin amanu......

Ee hin amanu
Akkamitti amanamaa
Dhufaatii keetin eega
Galgalaaf ganamaa

Waraabeeysi si nyaate
Maalif yuusuu didee
Eessa jirta lubbuu'koo
An hedduun si yaadee

Yoo dhuftu natti himi
Hulaa banaan dhiisaa
Qaamaaf qalbii suuqeen
Yaada tokkoon ciisaa

Moo -
Hin deebitu achiin hafta
Miilli kee fagaatee
Moo -
As deebi'uuf jennaan
Garaan kee jabaatee

Achiin baatee hafta
Kan'kee wayin beekaa
Tanaafin har'allee
Dhufaatii tee eegaa

Qalbii na laaleesse
Cabee dhiigaaf lafee
BIIFTUU kan'kee silaa
Citee natti hafee.....😓

26/05/2026

Murtee Show 1 😊😃

26/05/2026

Follow Boke wood

Eid mubarak
26/05/2026

Eid mubarak

26/05/2026

Follow

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Boke wood posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Boke wood:

Shortcuts

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share