Fahmi Mohammed

Fahmi Mohammed Barachuun lammata dhalachuudha!

Maaliif garuu?
10/08/2025

Maaliif garuu?

Oolmaa Gaarii!
10/08/2025

Oolmaa Gaarii!

Dhiifama gochuun haaloo ba'achuu irra  baayyeedha mi’aawaa irraas caala, hojii hojjatuutun boqonnaa caalaa nama gammachi...
10/08/2025

Dhiifama gochuun haaloo ba'achuu irra baayyeedha mi’aawaa irraas caala,

hojii hojjatuutun boqonnaa caalaa nama gammachiisas irraas caala

fayyaan immoo quufa qarshii caalaa gaarii dha irraas bu'a qabeessa.

Rabbiin hojii gaarii, amala gaarii, fayyaa
gaarii, rizqiin wajji nuhaa badhaasu.
Faaximaa teenya milkaawaa!

  fi  ,Hiriyyummaan hiriiroodha, wal'amanuu waljaalachuu fi walgargaaruu waan of keessaa qabduudha.Hiriyaan gaariin gaad...
10/08/2025

fi

,Hiriyyummaan hiriiroodha, wal'amanuu
waljaalachuu fi walgargaaruu waan of keessaa qabduudha.
Hiriyaan gaariin gaaddisa jiruuti, fayyaa qaamaa fi qalbiiti, soogidda jireenyaati.

hiriyaan badaan dhukkuba dhukkubaahuu kan gosa inni tahe hin beeyneedha.

Hiriyaan gaariin akka hiriiroo harkaa fi ijaati
yoo harki laalatte ijji imimmaan boochi
yeroo ijji boochu harki imimmaan irraa hayxi

Hiriyaan badaan akka bimmeeti, erguma siciniinee booda malee ofirraa hin argitu.

Kanaaf yeroo makmaakan akkana jedhan:
"Diinummaa keessaa kan si fayyaduutu jira, hiriyummaa keessaas kan simiidhuutu jira".

Kanaaf akkana jadhama:

Hiriyaa keetii fi diina kee yoo addaan baafachuu hin dandeenye atuu diina
lubbuu keetiiti

Rabbiin hiriyaa gaarii hiree teenya godhee hiriyaa hiree teenya balleessu nurraa haa qabu jachaa

Waahee hiriyaa in shaa allaah fuulduratti sirrittiin irraa isiniif barreessa..
Isinummaan waliif godhaa.

02/07/2025

🌧️ Gaafa samiin guute…
🌾 Gaafa ardiin duute…
😔 Gaafa jiruu wal huute…
Keessaa fi alaan Towbaan barbaachisa!

Suuraa sitti fakkaatus ijumaanuu yoo ilaalte namummaa fi gara laafummaa irraa baratta!
20/05/2025

Suuraa sitti fakkaatus ijumaanuu yoo ilaalte namummaa fi gara laafummaa irraa baratta!

20/05/2025
20/05/2025

Address

Bole

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fahmi Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Fahmi Mohammed:

Share