Ganale Kadir Dunun

Ganale Kadir Dunun Oromiyaan biyya tiyya
Gujiin hidda kiyyaa
Gooroon lafee tiyyaa
Nageessoo quttii tiyyaa!

07/08/2025

'Haga iyyansi geyu wonni iyyaniif hin geettu" Mammaassa worra keennaati.

Qarummaa jeebanaa
Balchummaa fi hubannaa gadi fagoon ka jaarame!

Uummata balchaa🀎

06/08/2025

''Oo'a kokkee'' jechuun maan jechuu?

02/08/2025

Guyyaa hoseeπŸ™
πŸƒπŸ‘‰ hujii

01/08/2025

Nama nama qoxxisu Adoo hin teenee ka qoxxisanuu caalaa!

Bro fa*a jedhi nutti caalaa!

Waan boojjiin nu gootee!
01/08/2025

Waan boojjiin nu gootee!

01/08/2025

Koonsoo fi Booranni hadhoo garaa tokkoo bahaniidha. Koonson quxisuu Booranaa akka ta'etu himama.
Bifaan gurraacha waan ta'eef obbolaa wajjin wal-dhabanii Koonson Booranaa godaanee lafa amma uummanni Koonsoo jirutti gale.
Koonson akkuma Oromoo Gadaa kan qabuufi guddina Gadaa Oromoo keessalee qooda akka qabu himu warri seenaa himan.
Koonsoofi Booranni boodarra deebi'anii akkamitti araaraman? Koonson Gadaa Oromoo keessatti gumaachisaa maali? kan jedhu iyyaffannee qixeessineerra.
Dhiyaadhaa https://bbc.in/4881FLw

30/07/2025

Ilaalcha garaa garaa qabaachuu dandeenna garuu, uummata keenna tajaajiluuf ilaalcha wolfakkaataa qabaachuu qanna.

29/07/2025
29/03/2025

Dubbii jaarsa Fi dhugaan galgalaan galti!

With Adem Mohammed-Arba – I'm on a streak! I've been a top fan for 5 months in a row. πŸŽ‰
28/02/2025

With Adem Mohammed-Arba – I'm on a streak! I've been a top fan for 5 months in a row. πŸŽ‰

04/02/2025

Manni ka'unsa seeraan hin ijaaramin dhaabachi isaalleen hin tolu, kaayoo hojjatameefille galma hin geessisu.
Dhuma irratti manni sun hinuma dhiigama!

18/01/2025

Yoomillee uummati mo'ataa!

Address

Hawassa

Opening Hours

09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ganale Kadir Dunun posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ganale Kadir Dunun:

Share