Fami Abdi Yuya

Fami Abdi Yuya 📰News|👨‍⚖️Legal Advisor| 🌍Geography| 📜History| ✨Facts| 🔥Motivation (📚Learn 🌐Explore 🚀Grow
(4)

Beeksisa Gargaaraa Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa
14/09/2026

Beeksisa Gargaaraa Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa

14/09/2026

Gorsa kennaaf

14/09/2026
13/09/2026

Baratoota bara 2001 kutaa 9 barataan hundaf

12/09/2026

6420

12/09/2026

Waliin tatu

Waamicha Deeggarsa Yaala hatattamaa 😢====================================Abbaa Seeraa Kamaal Ismaa'el Gudee, waggoota dh...
11/09/2026

Waamicha Deeggarsa Yaala hatattamaa 😢
====================================
Abbaa Seeraa Kamaal Ismaa'el Gudee, waggoota dheeraadhaaf abbaa seeraa fi pireezdantii MMA ta'uudhaan Godina Arsii Lixaatti Tajaajilaa turanii yeroo ammaa dhibee Tiruu dhukkubsachuudhaan haala yaaddessaa keessa jiru. Akkuma beekamu humna abbaa seeraa kanaan yaala barbaachisaa argachuuf kan isaan rakkisaa jiru waan ta'eef lakk.herregaa deeggarsaa saaqamee deeggarsi eegamalee jira. Egaa wal malee homaa hin qabnu waan ta'eef waan qabnuun abbaa seeraa kana cinaa dhaabbannee akka deeggarru isin gaafanna. jedhu waahillaniifi maatiin!
*********************
Lakk.herreegaa CBE 1000795181125 Jeman Husen, Ayele Abebe anda Genemo Babso jedha waan ta'eef karaa kanaan deeggaruun ni danda'ama
************
Egaan hundi keenya akkuma baratame waan dandeenyuun Abbaa Seeraa keenya maddii haa dhaabbannu Jenna 🙏🙏🙏😢

Baga Gammadee Hiriyyaa koo
11/09/2026

Baga Gammadee Hiriyyaa koo

11/09/2026

geessan

Address

Ch'elenk'o

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fami Abdi Yuya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Fami Abdi Yuya:

Shortcuts

Share

l="false"> Add listing
  • Login
  • Subscribe

    We will notify you when anything happens in Ch'elenk'o.