Quɓãã Qãbduu

Quɓãã Qãbduu Yaa Rabbii naa gargarii waan hundaa keessatti

Obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee namoonni 31 Mana Maree Federeeshiniitti naannoo Oromiyaa akka bakka bu'an filatamanFin...
28/09/2026

Obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee namoonni 31 Mana Maree Federeeshiniitti naannoo Oromiyaa akka bakka bu'an filataman

Finfinnee, Fulbaana 18, 2019(FMC)- Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee namoonni 31 Mana Maree Federeeshiniitti naannoo Oromiyaa akka bakka bu'an filatamanniiru.

Caffeen Oromiyaa yaa'ii duraa waggaa 1ffaa bara hojii caffee 7ffaa gaggeessaa jiruun namoota kanneen filateera.

Akkasuma Caffeen Oromiyaa karoora tarsiimoo mootummaa naannoo Oromiyaa waggoota shanii dhiyaate sagalee guutuun raggaasiseera.

22/09/2026

With Orom Tiy – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

21/09/2026

With Orom Tiy – I just got recognized as one of their top fans!

12/09/2026
31/08/2026

@

29/08/2026

Address

Ch'elenk'o

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Quɓãã Qãbduu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share