West Hararghe Prosperity Party Youth Wing

West Hararghe Prosperity Party Youth  Wing Dargaggoon Utubaa biyyaa fi Nageenyatii!!!

Hararge lixaa Konfaaransii Gurmuu Dargaggoo  Sadarkaa Gandaa   gaggeeffama Ole
19/10/2025

Hararge lixaa Konfaaransii Gurmuu Dargaggoo Sadarkaa Gandaa gaggeeffama Ole

Harargee lixaa,Aanaa Daroo laabuttii Konfaraansii Gurmuu Dargaggoo  kurmaana 1ffaa
18/10/2025

Harargee lixaa,Aanaa Daroo laabuttii Konfaraansii Gurmuu Dargaggoo kurmaana 1ffaa

Hararge lixaa Aanaa Habrotti Gamaggammanii Gurmu Dargaggoo Sadarkaa Gandaa Korewwaan  Gurmu Dargaggoo,Gamtaa fi Maatii G...
17/10/2025

Hararge lixaa Aanaa Habrotti Gamaggammanii Gurmu Dargaggoo Sadarkaa Gandaa Korewwaan Gurmu Dargaggoo,Gamtaa fi Maatii Gurmu waliin gaggeeffamu jalqabe Jira.

Godina Harargee Lixaatti Waajjira Paartii Badhaadhinaatti Dameen Hayyoota Caasaa isaa waliin Gamaggama Raawwii hojii Kur...
17/10/2025

Godina Harargee Lixaatti Waajjira Paartii Badhaadhinaatti Dameen Hayyoota Caasaa isaa waliin Gamaggama Raawwii hojii Kurmaana 1ffaa Magaalaa Cirootti bakka Itti Gaafatamaa Damee Hayyoota Paartii Badhaadhinaa Godina Harargee Lixaa Obbo Dhaabaa argamanitti gaggeeffamaa jira.

Godina Harargee Lixaatti Gamaggama Raawwii hojii Kurmaana 1ffaa Bara 2018 Damee Sub-qunnamtii Paartii Badhaadhinaa Godin...
17/10/2025

Godina Harargee Lixaatti Gamaggama Raawwii hojii Kurmaana 1ffaa Bara 2018 Damee Sub-qunnamtii Paartii Badhaadhinaa Godina Harargee Lixaa damee isaa Aanaalee fi Bulchiinsa Magaaloota Hirmaachisuun Magaalaa Cirootti gaggeessuu eegalamee jira.

Sagantaa kana irratti argamuun haasawa baniinsaa kan taasisan Itti Gaafatamaa Damee Sub-qunnamtii Paartii Badhaadhinaa Godina Harargee Lixaa Obbo Usmaaniin taasifamuun Gabaasnii Raawwii hojii Aanaalee fi Bulchiinsa Magaaloota wal duraa duuban dhihaachuun kan gaggeeffamaa jiruudha

Godina Harargee Lixaa gamaggammanii Raawwii  Hojii  Dargaggoo Guyyoota 2'f Gurmuu Dargaggoo  Paartii badhaadhina  Aanaal...
12/10/2025

Godina Harargee Lixaa gamaggammanii Raawwii Hojii Dargaggoo Guyyoota 2'f Gurmuu Dargaggoo Paartii badhaadhina Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalaa Godinicha waliin gaggeeffama ture guyyaa har'aa kallaattii fi Karoora Hojiilee ittianu Kenun xumurame Jira.

Gurmuu Dargaggoo  Paartii Badhaadhinaa Godina Harargee Lixaa Caasaa isaa Aanaalee fi Bulchiinsa Magaaloota waliin Qorann...
11/10/2025

Gurmuu Dargaggoo Paartii Badhaadhinaa Godina Harargee Lixaa Caasaa isaa Aanaalee fi Bulchiinsa Magaaloota waliin Qorannoo Raawwii Hojii Kuramana .1ffaa fi kallaattii Hojii Ittiianuu gagggeessu jalqabe.

irreechii  Olka’iinsa  Biyyaaf********Godinaa Haraarge lixaa Marii Ayyaana Irreechaa Sadarkaa Godinattii  Dargaggoo Bulc...
25/09/2025

irreechii Olka’iinsa Biyyaaf
********
Godinaa Haraarge lixaa Marii Ayyaana Irreechaa Sadarkaa Godinattii Dargaggoo Bulchinsaa Magaala fi Aannoolee Godinichaa hundaa Hirmaachise Dargaggoota waliin gaggeeffame
Ayyaana Irreechaa bara kana kabajamu karaa duudhaa isaa eeggateen milkiin kabajuuf dargaggoota waliin gaggeeffameraa.

Godina Haraarge lixaa Mariin Kabaja Ayyaana Irreechaa fi Masqalaa    Dargaggoota  Bulchinsa magaala fi  Aannoota Godinni...
24/09/2025

Godina Haraarge lixaa Mariin Kabaja Ayyaana Irreechaa fi Masqalaa Dargaggoota Bulchinsa magaala fi Aannoota Godinnicha hirmaachise. gaggeeffameera.

Oduu Muudamaa!**********************Godina Harargee Lixaa Sirreeffamaa Muudama Hoggansaa gaggeeffamee jira.1. Obbo Abdal...
21/09/2025

Oduu Muudamaa!
**********************
Godina Harargee Lixaa Sirreeffamaa Muudama Hoggansaa gaggeeffamee jira.

1. Obbo Abdallaa Mummee I/G Waaj/ Bulchiinsa fi Nageenyaa Godinaa

2. Obbo Mohammed Abdurahman I/G Waaj/Milishaa Godinaa

3. Obbo Tamiruu Eddachaa Bulchaa Aanaa Gumbii Bordoddee

4. Obbo Aliim Mohammednuur Bulchaa Aanaa Mi'eessoo

5. Obbo Fu'ad Jewad I/A Waaj/Fayyaa Godinaa

6. Dr. Faruq Jawad I/A Waaj/Qonnaa Godinaa

7. Obbo Jafar Adam Dareektraa Ijaarsa Paartii Badhaadhina Godinaa

8. Obbo Mohammed Abrahiim Dareektraa Siyaasaa Paartii Badhaadhina Godinaa tahuun Muudamaniiru.

Harargee_Lixaa Aanaa Horsiisee Bulaa Gumbi Bordoodee Projaktii Finnaa Jallisii Gololchaa Qarshii Biliyoona 1.7 oliin hoj...
19/09/2025

Harargee_Lixaa Aanaa Horsiisee Bulaa Gumbi Bordoodee Projaktii Finnaa Jallisii Gololchaa Qarshii Biliyoona 1.7 oliin hojjatamaa ture bakka itti gaafatamaan Wajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Tefera fi Hoggantonnii Ol'aanoo Federaalaa, Naannoo Godina Hoggansii Aanaa fi keessummoonni garaagaraa argamaniti guyyaa har'aa Eebbifameraa

Haraarge lixaa Eebbaa Hidhaa guddichaa haroomsaa Ethiopian sabaabeffaachun taasifame🇪🇹🙏🇪🇹
17/09/2025

Haraarge lixaa Eebbaa Hidhaa guddichaa haroomsaa Ethiopian sabaabeffaachun taasifame🇪🇹🙏🇪🇹

Address

Chiro
Chiro

Telephone

+251961492622

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when West Hararghe Prosperity Party Youth Wing posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to West Hararghe Prosperity Party Youth Wing:

Share