Mustefa K Rubbo

Mustefa K Rubbo By gone is gone

02/12/2024

Human being is greedy for power and desire dominate others.

09/09/2024

With Habtamu Lamu – I just got recognised as one of their top fans!

25/12/2023

"Haameenya Namoota Biroof Jette Ati Nama Gaarii Ta'uu Hin Dhiisin"!

The best Oromo Folklore.
19/10/2023

The best Oromo Folklore.

11/09/2023
14/09/2022

Dhibeen Gifiraa Baalee Bahaa Keessatti Daa’imman Afur Ajjeesuun Himame

Dhibeen gifiraa Baalee Bahaatti mudataa jiru haga yoonaa daa’imman afur ajjeesuu Waajjirri Fayyaa godinichaa beeksisee jira. Itti Aanaa hoogganaan waajjira fayyaa Baalee Bahaa, Obbo Abdurrahimaan Ibraahim Godaanaa, daa’imman afran kun mana yaalaa utuu hin gahiin lubbuun isaanii dabruu eeranii, dhibee kana to’annaa jala oolchuudhaaf talaallii kennuuf akka waajirri isaanii qophiitti jiru ibsan.

https://www.voaafaanoromoo.com/a/6737643.html

Suuraa: WHO Afrikaa

What is the Meaning ?
10/09/2022

What is the Meaning ?

Address

Ciro

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mustefa K Rubbo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mustefa K Rubbo:

Share