Aadam Aliyyii

Aadam Aliyyii Bagaa Nagaan Dhuftan Page Islama Kana Follow Godha. Barumsaa Islamaa ti fi Oduu waytawaa asi argatuu.
(1)

Duas To Recite In Ramadan Kareem.🤲🏻❤🌙
17/02/2026

Duas To Recite In Ramadan Kareem.🤲🏻❤🌙

21/01/2026

Thanks🙏
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Faamii Oro, Mohamed Houssen, Zu Zu, Taajuu Oro Fd

guyyan boruu ganamaa!
16/01/2026

guyyan boruu ganamaa!

15/01/2026
Oduu Gammachiisaa Hawaasa magaalaa cirootii fii naannawaa isiitti argamaniif Akkasuma hunda Islaamaatiif Eebba Haafizoot...
09/01/2026

Oduu Gammachiisaa

Hawaasa magaalaa cirootii fii naannawaa isiitti argamaniif Akkasuma hunda Islaamaatiif

Eebba Haafizoota markaza Rahmaa hifzii Qur'aanulkariim magaalaa ciro Marsaa6ffaa barattoota dhiiraa 44 fii Dubara 7 9/ 5/2018 A.i 1/17/2026 A.A 28/7/1447 A.H
Iddoon Galma Guddicha magaalaa Ciroo bakka Ulama'oonni fi keessummoonni gurguddoon argamanitti Eebbisuuf Qophii isaa Xumuree isn eegaa jira

Khanaafuu maatii keessan waliin tahuun Akka irratti argamtan kabajaan Aferramtanii jirtu!
#مركزه

Address

Ciro

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aadam Aliyyii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share