Mame ahmed

Mame ahmed Free

09/09/2025

Watch, follow, and discover more trending content.

Baga Jalabultii Eebba Hidha Haroomsa Guuddichaa Itoophiyaatiin isiin gahe.Baga gammaddan,gammanne β€ΌοΈπŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘
08/09/2025

Baga Jalabultii Eebba Hidha Haroomsa Guuddichaa Itoophiyaatiin isiin gahe.Baga gammaddan,gammanne β€ΌοΈπŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘

25/08/2025
24/08/2025

αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ αˆ†α‹­
αˆαˆ‰αŠ•αˆ ነገር α‹«α‰…αˆαˆαŠ•

11/04/2025

Waa Shan Booda Waa Shantu Jiraa Qalbeeffadhu
β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’

1: Jiruu Booda Du’aatu Jira
2: Rakkina Booda Ballinaatu Jira
3: Fayyaa Booda Dhukkubaatu Jira
4: Dargaggummaa Booda Dullumaatu Jira
5: Addunyaa Booda Aakhiraatu Jira

β€’ Yeroo Shan Tan Du’aa’iin Haalaan Namarraa Qeebalamtu

1: Yeroo Sujuuda Keessa Jiran
2: Guyyaa Jumu’aa Asrii Booda
3: Halkan Walakkaa
4: Azaanaa fii Iqaamaa Jidduu
5: Yeroo Imaltuurra Jirtu

β€’ Milkiin Gurguddoo Shan Rabbi Nuuf Haa Kennu

1: Fayyaa
2: Rizqii
3: Nagaya
4: Beekkumsa
5: Toltuu Addunyaa fii Aakhiraa

β€’ Yaa Rabbi Khaatimaa Teenya Nu Tolchi.

Barreeffama kana erga dubbistanii xumurtan boodaan waliif Share godhaa.

Address

Dire Dawa
Dawa

Telephone

+251923964777

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mame ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mame ahmed:

Share