Muslim Media News

Muslim Media News Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Muslim Media News, Broadcasting & media production company, Ethiopian, Debre Birhan.

Odeeffannoo Barsiisoof bashannansiisoo irraa barattan Torbaanitti Al Tokko Arkachuuf Page keenya Kana Hordofaa

󰤥 10B 󰤦 1m 󰤧 10k

♥☜♡☞Follow Like Comment Share godhaa 👇

07/04/2025
14/01/2025
28/10/2024

Mee haga dhumaa dhaggeeffadhu

30/07/2024

Addunyaa tanaratii rabbiin yeroo nu umuu waan nu umeef qaba,sodaa isaa qabaatu,walbiraa dhaabatufi rabbiin ilmaa nama kana hundaa nijaalataa, Uumaa adda addaa godhee yeroo ummuu obsaa fi ilaalchaa keenyaa laalufi kanaaf obbooleesii keenya Daa’imnii video tanarati argaa jiruu yeroo ammaa yaalamuf gara biyyaa Alaa deeme akkaa yaalamuuf qarshii guddaa waan gaafataniif maatiin qabeenya qaban waan ittii fixatanii jiraanif hundii Keenya account arman gadii 1. MIFTAHA AHMED UMER Commercial Bank 1000562633198 2. MIFTAH AHMED ACT FOR NABEKI MIFTAH , Bankii Hojii Gamta Oromiyaa 1000093034817 3. WAZIR ALIYI ABDI Bankii Rammis 1010015411601 kanan wanqabnun biraa haa dhaabanu nama gaargaaruf nama ta’uun qoftii gahaadha.- [ ]

ODUU GAMMACHIISAA‼️Eebbi Markaza Towbaa Kan dubbachaa turre hunoo dhuftee jirti. Markazni Towbaa Magaalaa Ciroo Wirtuun ...
19/07/2024

ODUU GAMMACHIISAA‼️
Eebbi Markaza Towbaa Kan dubbachaa turre hunoo dhuftee jirti.
Markazni Towbaa Magaalaa Ciroo Wirtuun Hifzii fi Barnoota Qur’aanaa akkuma amma dura Haafizoota Qur'aanaa oomishee marsaalee hedduuf raabsaa ture ammas bifa addaatiin Haafizoota Dhiiraa fi shamarranii eebbisiisuuf haal duree barbaachisu hunda xumuratee sagantaa addaa qopheeysee jira. Saganticharrattis Keessummoota gurguddaa akka biyyaatti qabnu hedduu afeeree jira. Kanaafuu hawaasni Magaalaa Ciroo fi Godina Harargee Lixaa keeysa jirtan guyyaa kana dhuftanii akka gammachuu tanarraa qooda fudhattan isin afeerra.
HUBACHIISA‼️
Guyyaan:- Sanbata/Saftii, Adooleessa 13/11/2016 taha.
Iddoon:- Kolleejjii Barnoota Barsiisoota Ciroo kan Seensa Magaalaa Ciroo gama gubbaatti argamuudha.
Yeroon:- Ganama Sa'aa 2:00 irraa jalqaba.
Nagayaan nuuf koottaa.
Isin hin dabrin.

Markaza Tawbaa Wiirtuu Hifzii fi Barnoota
Qur'aanaa Magaalaa Ciroo

18/07/2024

Nama 3 hiriyaa hin godhatin Ja'an 👂👂👂

12/07/2024

Du'aa'ii Tana Aamiin jattee Osoo Share goote
Muslim Media News 🤲🤲🤲🤲👂

03/07/2024

Sangataa Addaa Guyyaa Arraa Magaalaa irratti Sheikh Haasawa bareedaa Qalbii Nama Cabsu Dubbatan
Magaalaa magliisni dhabamuu mannaa Qabeenya kiyya guutuu Asitti fixeetin majliisaa jaaree qubsiisa ja'e

Maashaa Allaah Abbaan Qabeenyaa kan Akkanaa kun Osoo nuuf heddumaatee Hedduu Takka Nama gammachiisa

Qabeenya isaanii Rabbi haa barakeessu
Hawaasa Magaalaa Rabbi haa milkeessu
Share Share godhaa Jzk Galatoomaa

Address

Ethiopian
Debre Birhan
WWW..CONTUMSA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muslim Media News posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share