Revival fire world wide

Revival fire world wide Jesus My God “diinonni koo hundinuu in yeellaasifamu, sodaadhaanis baay'ee in raafamu; isaan of irra in garagalu, achumaanis in yeellaasifamu.”
— Far. 6:10

Suuraa Kana ilaaltee yeroo kaatuu waan tokko hubachu qabdaa. dubartiin hamma sii jaallattu dhala meeqa siif haa godhattu...
27/10/2025

Suuraa Kana ilaaltee yeroo kaatuu waan tokko hubachu qabdaa. dubartiin hamma sii jaallattu dhala meeqa siif haa godhattu Jireenya isheen hawwituu fi itti inaaftuu jiraachisunii yoo dadhabdee Sii dhiistee nii deemtii.
fans
Oliol Tariku
Dässûü Bãâyïsãä

Oduu AmmeeMurtii Gutoon Yeroo ammaa kana magaalaa adaamaatti qaamota hin beekamneen waraanamee hospitaala seenee jiraa j...
26/10/2025

Oduu Ammee
Murtii Gutoon Yeroo ammaa kana magaalaa adaamaatti qaamota hin beekamneen waraanamee hospitaala seenee jiraa jedhamee.
maaloo waaqayyoon kadhadhaafii adaraa
Dässûü Bãâyïsãä
Horroo Jaawwii Maccaa

Hordoftoonni amantaa Musliimaa Ijoolleen raggaasaa akka amantaa kana irratti ergama addaa fudhatanii ergaman bira geenye...
24/10/2025

Hordoftoonni amantaa Musliimaa Ijoolleen raggaasaa akka amantaa kana irratti ergama addaa fudhatanii ergaman bira geenye jirnaa jechuun balaaleffachuu jalqabanii jira

👏taphataa gameessi addunya kana yesus kristosin fayyisaa lubbusaa godhate fudhateera maarree maal egdaa karaan ,dhugaan ...
23/10/2025

👏taphataa gameessi addunya kana yesus kristosin fayyisaa lubbusaa godhate fudhateera maarree maal egdaa karaan ,dhugaan ,jireenyi yesusidha eessatti deema kan ke karaan?

Raajii Iddoosaa Yaadasaa waliin qoosaa deemtee milluma ishee qabduu kana akka dhabnee kaa
23/10/2025

Raajii Iddoosaa Yaadasaa waliin qoosaa deemtee milluma ishee qabduu kana akka dhabnee kaa

22/10/2025

Ittiin eebbifamaa

Namoota dadamaquu barbbaaddaniif
22/10/2025

Namoota dadamaquu barbbaaddaniif

Wantii kun naaf hin galnee
22/10/2025

Wantii kun naaf hin galnee

  Mallas Zeenaawwiin hin duune soba jedhamaa jira.Biyya Arabaa akka jiru himamaa jira.“Nagaan boqadhu Mallas” jettee umm...
21/10/2025



Mallas Zeenaawwiin hin duune soba jedhamaa jira.Biyya Arabaa akka jiru himamaa jira.

“Nagaan boqadhu Mallas” jettee ummata keenya dhiiga boochisaa muudii nurratti qabachaa turte ashkaroonni isaa

21/10/2025
Addisuu raggaasaa jedhama.Hojii wangeelaa bakkoota garaa garaa deemee akka tajaajilaa ture kaan keenya beekna,kaan keeny...
21/10/2025

Addisuu raggaasaa jedhama.
Hojii wangeelaa bakkoota garaa garaa deemee akka tajaajilaa ture kaan keenya beekna,kaan keenyammoo midiyaa isaa in ilaalla.dhuguma namoota hundumaa duuka buutuu yesuus gochuudhaaf dadhabbii inni dadhabe danuudha.nama jabaadha malee nama salphaa hin turre.
Harra garuu shaadaa qabatee Musiliima ta'e jedhamaa jira!
Addoo fi Abdii Raggaasaa Maaltu kana irraan ga'e??Namootni baayyeen Amantii kiristiyaanaa dhiisee Musiliima ta'aa jira.Tajaajiltoonni baayyeenis akkasuma.
Rakkinni Tajaajilaas ta'e amanaan Amantii isaa jijjiiraa jiruuf maal turee??
Tilmaamnikoo Tokkummaa yesuus jaallatu,Jaalala yesuus jaallatu,waliif ho'uu yesuus jaallatu,wal kabajuu yesuus jaallatu fi kkf keessaa peenxeen erga ba'ee tureera.
Amma harraatti musiliima wal hadheessu,ortodox wal hadheessu,waaqeffataa wal hadheessuu fi kkf irra homaa dhaga'ee hin beeku.
Yeroo isaan wal jajjabeessan wal jaallatan tokkummaa waliif qabaatan garuu argaan jira.
Kun hundumtuu akka barsiifamnee fi akka dubbifannetti garuu nurraa eegama ture.
Yeroo Walitti hammaannu Amantii sirriin bakka tokkummaan jiru jira jedhee sammuun namaa waan tilmaamuuf Bakka Tokkummaaf jaalalli jiru deeman ta'uu ni mala.
Kanaafuu nama tokko arrabsuu irra maal ta'e maal rakkate!?Jennee itti yaaduun Gaariidha.
Namni nama tokko gufachiise dhagaan morma isaatti hidhamee galaana keessa buufamuutu isaaf wayya jedhe yesuus.
Yesuus isa karaa jireenya dhugaa ta'e kana irraa gaafa namni duubatti deebi'u akkamitti gammadduu???
Araara kadhataniifii Karaatti deebisutu ta'a malee.
Ayi Penxotaa inni gooftaan yeroon deebi'ee dhufu nama tokko nan argadhaa laata jedhe sun dhugaadha.
otuu deebi'ee hin dhufiniyyuu Nama dhabaa jira.
Kanas numatu karaa irraa wal darbata malee horma miti.
Diinnikee isuma manakee keessati jedhe yesuus maatiwos keessatti.
waanan barreessu baayyee yoon qabaadhellee asumattin dhaaba.

Hubachiisa
Kiristiyaanni kiristoosin qabdan Jabaadhaa wal jajjabeessaa hormatti wal hin laatinaa yesuusin ala jireenyi akka hin jirre walitti himaa.jaalalan wal qabaa.waliif yaadaa,tokkummaa qabaadhaa.
An naannookootti waan narratti ta'aa jiruu karaa warra in amannee otuu in taane karaama warra amananii Waldaa Haadhoo jedhamtu wangeela ta'e waan biraa lallabu ta'ee sabatu nurkaa ba'ee isa bira nujalaa deemaaf inaaffaadha ta'ee an in beeku.karaama warra wangeela beekaniin ariatamaa jira.kun amma wal ariachumo waliin dubbii dhugaa isa waaqayyo kenne waliin hojjechuudhare??kan jarattiillee gaafa waaqayyo bara fide nan dubbadha malee midia gubbaatti.akka harraatti hin hafu waan ta'eef.
Namoota sadii qeequufi gadi qabuu ykn tuffachuun booda nama gaabbisiisa
1,Nama ol adeemaa jiru
2,nama hojjetu
3nama baratu.
Galatoomaa

Address

Debre Zeyit

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Revival fire world wide posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Revival fire world wide:

Share