Lalisa Dabala

Lalisa Dabala Gurraacha Gurra Lootii

15/04/2025
With Miina Mul – I just got recognized as one of their top fans! 🎉
15/04/2025

With Miina Mul – I just got recognized as one of their top fans! 🎉

Namoonni hamma sammuu isaanii bilchaachaa deemu ykn dandeettiin yaaduu isaanii dabalaa deemu carraan maraachuu isaanii g...
10/04/2025

Namoonni hamma sammuu isaanii bilchaachaa deemu ykn dandeettiin yaaduu isaanii dabalaa deemu carraan maraachuu isaanii guddaadha. Maraachuuf sammuu yaadu (dandeettii) qabaachuu si barbaachisa.

Nama hojii hin qabne dhiba'aa maraatu argitanii beektuu? Maraachuuf dandeettii yaaduu qabaachuu qabna. Waan hin qabne akkamitti fidda? Dhabuuf dursa qabaachuu qabna.

Dhugaankee Dhugadha Taanaan Toorri Dhugaan sin Gatu!!
10/04/2025

Dhugaankee Dhugadha Taanaan
Toorri Dhugaan sin Gatu!!

"Imali garuu namatti hin himin, dhugumaan jaaladhu garuu cal jedhi. gammadii jiraadhu, garuu eenyuttuu hin himin, nama k...
07/04/2025

"Imali garuu namatti hin himin, dhugumaan jaaladhu garuu cal jedhi. gammadii jiraadhu, garuu eenyuttuu hin himin, nama kamittuu waa hin jedhin cal jedhi...Namoonni wanta bareedaa si jalaa balleessu."

05/04/2025

Wanta Garaan Yaadu
Afaanni Dubbata 💉

Address

Lalo Qile
Dembi Dolo

Telephone

+251905649431

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lalisa Dabala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Lalisa Dabala:

Share