Auto safety

Auto safety Of eeggannaa cimsuun ofiifi maatii keessan baraaraa.

  konkolaataan duubaan deemu akka walitti bu'u godhan  keessa muraasa.1-Konkolaataa fuuldura jirutti garmalee dhihaachuu...
02/11/2025

konkolaataan duubaan deemu akka walitti bu'u godhan keessa muraasa.

1-Konkolaataa fuuldura jirutti garmalee dhihaachuu (fageenya eeguu dhiisuu) .

2- Konkolaataan fuulduraa tokko saffisaa fi dhiyeenya konkolaataa duubaan jiru osoo hin argin tasa fireenii yoo qabe

3- Konkolaachisaan konkolaataa duubaan hordofu yoo yaadni isaa hirame ykn ija isaa bakka biraa yoo ilaalaa jiraate konkolaataan fuuldura isaa jiru yeroo dhaabbatu hin argu.

__4-Yeroo konkolaataan fuulduraa fireenii qabu ibsaan dhaabbii ykn (Stop lighty) yoo hin hojjenne.

5-Konkolaataan duubaan jiru hangi fireenii isaa dadhabaa yoo ta'e

6- Konkolaachisaan dadhabbiin, hirriba, fi dhukkuba tasa yoo mudate (konkolaachiftoota fuulduraa fi duubaatiif).

7- Bilbila fayyadamaaa ykn tuttuqaa konkolaataa oofuu

8- Fageenya sirrii eeggachuu dhiisuu

9- fireechaan seeraan hojjechuu dhiisuu ykn dogoggora fayyaduu dhiisuu

Bakka mul’achuu hin dandeenyetti duubatti deebi’uu.
Hub.
waan akkan irratti isiniif hojjedhu barbaaddan comment jalatti naaf barreessaa.

15/06/2025

Yaaddee beektaa?
*kan fiigee tokkoffaa baasu miilla, kan warqii godhatu morma
*kan qopheessu ishee koshiinaa keessaa, kan tiippii fudhatu ishee dhiyeessitu
*kan ala bulee humna harkisu diishii, kan manaa geeraru tv
*kan jecha badu harraba, kan buruqee dhiigu mataa
Furmaata fakkeenya 12:2 waaqayyo hin farada.
Kan dubbisne irraati.

Anaan giiftii koo 😭😭Latiin mucaa kichuu ol adeemtuu taphattee , fiigdee hin quufnedha.Godina wallagga lixaa Magaalaa man...
28/04/2025

Anaan giiftii koo 😭😭

Latiin mucaa kichuu ol adeemtuu taphattee , fiigdee hin quufnedha.Godina wallagga lixaa Magaalaa mandiitti dhalatte . W/A/W/W/M Yesuus 1ffaa gurmuu mucoolii keessaa faarfannaadhaan mucaa tajaajiltudha 🥹

Latiin mucaa garraamii bifaaf amala qabeettiidhas. Mucaa sagalee bareedaa fi faarfannaa miidhagaa barreessitu dha. umuriin ishee baay'ee xiqqoo dandeetti guddaa qabdi .

Maal godharee dhukkuba tasaa sababni isaa hin beekamneen qabamtee mana yaalaa geessanis manni yaalaa akka isheen dhukkuba hin qabne itti himan jedhu. Kunoo guyyaa har'aa du'aan addunyaa kana irraa boqotte 🥹😭

Waaqayyo inni ati xinnummaa keetiin isaaf hojjette mirga isaa si haa kaa'atu .
Nagaan boqodhu🥹🙏

01/02/2023

🦾

#📯 📯Suuraan Kun Baroota "80" moota keessadha
Namni Kun yoona hojjetaa waajjira kamii ta'aa laataa?.

Nama miindaa isaa walakkaa lammiilee hiyyeeyyii lammii Afirikaatiif gumaachuu fi Gurraachummaa isaatti yeroo hunda boonu...
01/02/2023

Nama miindaa isaa walakkaa lammiilee hiyyeeyyii lammii Afirikaatiif gumaachuu fi Gurraachummaa isaatti yeroo hunda boonu.

01/02/2023

Jireenyaa
👉Principles of Life
የህይወት መርሆች
1.Of Fudhachuu(simachuu)
👉Self Acceptance

2.Kaayyoo jireenyaaf jiraachuu
👉 Living for life purpose

3. Dorgommii irraa fagaachuu
👉Living for life purpose

4. Yaada qajeelaa(Gaarii) yaaduu
👉Positive Thinking

5. Barachuuf fedhii qabaachuu
👉Being willing to learn

6. Ogummaadhaan deddeebi'uu
👉Walking with wisdom

7. Gamna(qaxalee) Ta'uu
👉Being Intelligent

8. Salphaatti mufachuu dhiisuu
👉Taking no offence easily

9. Jireenya ofii galateeffachuun gaggeessuu
👉Leading a life with gratitude

10. Waan gaariidhaaf(Fooyya'aadhaaf) deemuu
👉Going for the best

11. Yeroo hubachuu
👉Understand the timing

12. Waan jijjiiruu hin dandeenye fudhachuu
👉 Accept what you can't change.
# # # #
# # #

Yoo isinitti Like share follow godhaa.

Wel come mule
01/02/2023

Wel come mule

Baga nagaan dhufte Mule…
Maaloo habari’u…⭐️ ⭐️🌟

Address

Nekemte Welega Oromia
Dembi Dolo
AUTOMOTIVE

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Auto safety posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share