Afizo Temam

Afizo Temam Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Afizo Temam, Digital creator, New York, Dembi Dolo.

Abbaa 🥺💔😭😭Guyyaa har'aa eebba pirijectii Magaalaa Dambi Dolloo naannoo marfatarratti geggeeffamaa jira.Nuti hiriyyoonni ...
10/08/2026

Abbaa 🥺💔😭😭

Guyyaa har'aa eebba pirijectii Magaalaa Dambi Dolloo naannoo marfatarratti geggeeffamaa jira.Nuti hiriyyoonni waliin ‘Green area’ mul’atu kana keessa ta’aa turre.Gidduu kanaan Abbaan kun bakka kana keessa dhufanii ta’an.Haala isaanii yemmuu ilaallu beela’anii waan nyaatan barbaacha waan dhufan fakkaatu.Waraqaa barreeffama qabu mormatti rarraafatanii jiru.Dhufanii callisanii taa’an malee hin himatan 🥺

Gidduu kanaan mucaan Kaaffee sana keessaa hojjetu kan ani beeku Galataa jedhamu tokko nyaata qabatee dhufee kenneef.Nutis buna akkuma dhugaa jirtutti imimmaan ija keessaa nu guute nu keessaa kan danda'u obsee;kan obsuu dadhabe ammoo imimmaan fuulasaarra gadi lolaase.Erga nyaatanii booda kan hafe peestalatti godhatanii ka’an.Anis mucaa tokko kanuma kaaffee sana keessaa hojjetu gaafannaan,”yeroo mara asuma dhufu nutis nyaata kenninaaf nyaata irraa hafe kana ammoo mucaa dhukkubsattuu tokko manaa qabu isheedhaaf fuudhanii galu” naan jedhe!

Gidduu kanaan yaadi tokko naa dhufe.Abbee kana suuraa kaafnee maaf hin hojjennuuf jedhee hiriyoota kootti dubbannaan,hunduu yaada gaariidha jedhanii itti walii galan.Ammuma waan kiisii keessaa qabnu walitti bubufnee kennineefii jennaan imimmaan isaanii fuularra gadi roobsaa nu eebbisan! Jaarsi kun ofii isaaniillee dhukkuba waan qabaniif ka’anii suuta deemaa deeman.

Kottaa jaarsa kana gargaartee,rakkina itti hammaattee boquu isaanii gadi cabsite kana wal taanee irraa kaafna 🥺

Maddi ✍️. Obsichoo & lalisaa

01/06/2025

Yeesuus Kiristoos inni isin jettan sun Ilma Namaati!

27/05/2025


Ayyaanni Iid Al Adahaa Caamsaa 29/2017 guyyaa Juma'aa akka kabajamu ibsameera
Haramain
Highlights

Maasha allaah!Oromoon Arjaadha!Nama kanaaf Amma mannis bitameera, qoraanis dugda isaarraa bu'ee fuulli isaa ifeera!Maash...
27/05/2025

Maasha allaah!

Oromoon Arjaadha!

Nama kanaaf Amma mannis bitameera, qoraanis dugda isaarraa bu'ee fuulli isaa ifeera!

Maasha allaah! Gaarummaan yeroo kamiyyuu fayyidaa male miidhaan qabu!

Yeroo raftan akkamitti raftu?An lakkoofsa 7
27/05/2025

Yeroo raftan akkamitti raftu?
An lakkoofsa 7

26/05/2025

Saala Simbiraafi
Garaa shamarraniin beekani jedhe 1

Riikoordiin addaa dhufee jira Doqddoqqee tokko qaba Masgiida rabbiitiif kenne harka qulla gale Rabbiin waan qabu siif ha...
26/05/2025

Riikoordiin addaa dhufee jira Doqddoqqee tokko qaba Masgiida rabbiitiif kenne harka qulla gale Rabbiin waan qabu siif haa kennu.!

Waggaa 16 har'aa Namichi tokko achuma Iluu Abbaa boor Godina Buunnoo Beddellee Magalaa Gachiitti Sawwa tokko qabu geesse rabbiif kenne sa'aan nama kana wly karaati dhale ilmoo waliin kennee gale.!

Har'aas fakkenyuma sanaan wal fakaatu Namni kun Doqddoqqee tokko qabu rabbiif kenne gale.Alaahu akkbar.yona namni kun ittin jooree jawwaree maatii isaa bulcha.😭😭😭☝️☝️☝️Rabbiif waan qabu kenne yaa Rabbii atti waan qabdu hunda kenniif😭☝️☝️
Infon 👉Falmata Haqa

Kilaasiin gara Xumuuraatti Adeemeera.  Qormaata kanas Yaa Rabbi barattoota      keenya nuuf gargaari. hangasitti Waan qo...
26/05/2025

Kilaasiin gara Xumuuraatti Adeemeera.
Qormaata kanas Yaa Rabbi barattoota
keenya nuuf gargaari.

hangasitti Waan qormaata irra dhufa jennee shakkinuun, barattoota keenya bira dhaabbachuun dirqama hunda Keenyaati.Jabaannee wal-hajabeessinu.

Aamin inshaallah!
Galatoomaa my barsiiftu!

Address

New York
Dembi Dolo
JIMMAA

Telephone

+251966063566

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Afizo Temam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Afizo Temam:

Shortcuts

Share