Dambi Dolloo Hararghe Ethiopia

Dambi Dolloo Hararghe Ethiopia π‘—π‘Žπ‘Žπ‘™π‘Žπ‘™π‘Žπ‘Žπ‘“ π‘›π‘Žπ‘”π‘’π‘’π‘›π‘¦π‘Ž π‘π‘–π‘¦π‘¦π‘Ž π‘˜π‘’π‘’π‘›π‘¦π‘Žπ‘Žπ‘“ π‘€π‘Žπ‘™π‘–π‘–π‘› β„Žπ‘Žπ‘Ž π‘‘π‘’π‘šπ‘ π‘–π‘›π‘’

15/08/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Belina Mekuria Tuji, Argacho Mamo, Rahmataa Naasir, Efaayana Efaayana, Lalisa Kasahu

31/07/2026

Abbaa koo jaallatamaa, nama dandeettii fi beekumsa qabu akkan ta'uuf jireenya kee guutuu waan na gargaarteef baay'ee siin galateeffadha. Ati jireenya kootiif ibsaa dha!"

31/07/2026

𝙝𝙖𝙖𝙙𝙝𝙖 𝙠𝙀𝙀 π™žπ™¨π™π™šπ™š 𝙣𝙖𝙧𝙧𝙖𝙖 π™›π™–π™œπ™€π™€ π™Ÿπ™žπ™§π™©π™ͺπ™ͺ𝙛:
================================

Haadha koo kajeeltuu hawwii jireenyaa,
Ati hundee fi lafee qaama koof dhiigaa.
Waanan hojiidhaaf si irraa fagaadheef,
Poolisii ta’ee biyya koo eeguuf.

Uffata seeraa uffadhee dirqama ba’us,
Yaadni kee sammuu koo dhuunfatee jiraatus.
Halkan fi guyyaa nagaa kee hawwaa,
Eebba keetiin as ga’ee, kajeellaan sabaa.

Gootummaan koo lafee kee irraa dhalate,
Obsi kee sun har’a na jabeessee mul’ate.
Fageenyi nu addaan kutee biyyi nu fageessus,
Jaalalli kee onnee koo keessaa batatamaa ka’us.

Nagaan naa jiraadhu haadha koo jabeettii,
Biyya koo eegaa sillee nan yaada yoomuu sitti!

24/07/2026
06/07/2026

Nama gargaaruuf nama ta,uu qofti ga,aadha.

"Raamataa Yoosef Yaa bareedina kee durii, dandeettii kee fi haasaa kee mi'aawaa!Muuziqaa baay'ee jaallatta turte.Loqoda ...
04/07/2026

"Raamataa Yoosef Yaa bareedina kee durii, dandeettii kee fi haasaa kee mi'aawaa!Muuziqaa baay'ee jaallatta turte.Loqoda Afaan Oromoo Harargee immoo akka malee jaallatta.

Namni si beeku hedduun sammuu qaraa fidandeettii addaa akka qabdu ni beeka.Garuu har'a akkasitti si arguun nama dhukkubsa.

Jireenyi namaa yeroo tokko tokko waan hin eegamne fidee nama agarsiisa. Garuu, Namni har'a kufe bor ka'uu danda'a.

Waaqayyo si haa gargaaru; deebiitee nagaa fi fayyaa guutuun akka jiraattu nan hawwa."

Gamta Abera Raga ✍️✍️✍️✍️

Gargaarsi mucaa kanaaf hatattamaan godhamuun qaba, namni dhiyenyaan maatii isaa beku hundi haala mijeessuun waan danda'amuun tumsuu qaba. Waan mucaan kun yaala argatee fayyuu danda'uuf, hundi keenya gahee keenya ba'uun lubbuu oolchuu dandeenya.... πŸ₯Ή

waliif qoodaa (share)

03/07/2026

waantota 30 Dhugaa hin Fakkaanne garuu Dhugaa tahan
========================================================

1β˜… Sinbirroon hin fincooftu.
2β˜…Goondaan tasumaa hin rafu,sombas hin qabdu hojjetaan waggaa 7,Giiftiin Goondaa waggaaa 15 jiraatu.
3β˜…Shaarki Abadan hin dhukkubsatu.
4β˜…Fardi dhaabbatee malee ciisee hin rafu.
5β˜…Kaanniisni garaa lama qabdi kan Dammaa fi kan nyaataa
6β˜…Shaarkiin Adii inni guddaan osoo hin nyaatiin ji’oota 3f tura.
7β˜…Arbi hedduun Arrraba Weelii cuqulisaarrra ni saphatu
8β˜…Barariin Mataanshee irraa cite lubbuun torbaan tokkoof keessaa hin bahu.
9β˜…Harreen al tokkotti Miillashee arfan arguu dandeessi
10β˜…Doolfiin Bishaan keessatti fageenya KM 24 irratti sagalee dhagahuu danda’a
11β˜…bookeen busaa ilkaan 47 qabdi.
12β˜…sararrii Harree Diidoo kamuu walhinfakkaatu
13β˜…Billaachi Miilla duubaan dhandhamti
14β˜…Qaamni Saalaa sarariitii Dhiiraa Miilasaarratti argama.
15β˜…Kaannisni ija shan qabdi
16β˜…Booyyeen ol jechettee waa arguu hin dandeessu
17β˜…Hantuutni yoo beellofte eegeeshee nyaatti
18β˜…Niitiisaaf Bineensi amanamaa Jeedala qofa
18β˜…Weeliin cuqulisaa addunyaa kanarraa guddinaan hunda caala
20β˜…Hoosiftoota keessaa kan balali’u simbira halkanii qofa yoo tahu miillishee qaqalloo waan taheefis deemuu hin dandeessu
21β˜…Simbirri halkanii yeroo hunda holqa keessaa yoo bahan gara bitaatti balali’u
22β˜…Bofti Dunuunfatus qola ijaan ni arga
23β˜…Bookeen busaa inni dhiiraa hin ciniinu
24β˜… Hantuunni lagaa ji’oota 18 keessatti hantuutni 2 qofti fira miiliyoona 1 ni horatti.
25β˜…Kaannifni tokko damma fallaana tokko qopheessuuf yoo xiqqaate daraaraa 4000 dhandhamti
26β˜…Cilalluun waggoota 3f walitti aansee rafuu danda’a.
27β˜… Haadi Sarariitii lama osoo walirra buhe akka sibiilaa ni jabaata.
28β˜…arbi fageenya Maayilii 3 irraati Bishaan jiraachuusaa adda baasuu ni danda’a.
29β˜…Qurxummiin Oyistiir jedhamu gaafa walqunnaamtii godchuu barbaadu saalasaa gara fedhetti ni jijjiirrata.
30β˜…Addunyaarraa Waggaa waggaan 1/3 ommishaa ilbisootaan ni manca’a

Raamataa YoosefYaa bareedina kee durii, dandeettii kee fi haasaa kee mi'aawaa! Muuziqaa baay'ee jaallatta turte. Loqoda ...
02/07/2026

Raamataa Yoosef
Yaa bareedina kee durii, dandeettii kee fi haasaa kee mi'aawaa! Muuziqaa baay'ee jaallatta turte. Loqoda Afaan Oromoo Harargee immoo akka malee jaallatta.

Namni si beeku hedduun sammuu qaraa fi dandeettii addaa akka qabdu ni beeka. Garuu har'a akkasitti si arguun nama dhukkubsa.

Jireenyi namaa yeroo tokko tokko waan hin eegamne fidee nama agarsiisa. Garuu, Namni har'a kufe bor ka'uu danda'a.
Waaqayyo si haa gargaaru; deebiitee nagaa fi fayyaa guutuun akka jiraattu nan hawwa. πŸ’”Gamta Abera Ragaaga

02/07/2026

Happy follow-versary to my awesome followers. Thanks for all of your support! Ijoollee Jirruu Laaloo

Address

Hawa Gelan
Dembi Dolo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dambi Dolloo Hararghe Ethiopia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dambi Dolloo Hararghe Ethiopia:

Shortcuts

Share

Category