Nabek Printing and Advert

Nabek Printing and Advert Bright Tech

19/08/2026
18/08/2026

Bright computer Tajaajiloonni £ ♤Maxxansa National id print gochuu ♤Galmeewwan hojii ,qormaataa fi barnootaa online ♤Maxxansa T_shirt, ♤Maxxansa Banner, ♤Maxxansa Stamp, ♤Maxxansa certificate.... ♤Maxxansa kardii , laptop, printer... maintenance

Bright technology services:Barsiisonni magaalaa Dambi Dolloo fi godina Qellem wallaggaatti argamtanii fi jijjiirraa onli...
18/08/2026

Bright technology services:
Barsiisonni magaalaa Dambi Dolloo fi godina Qellem wallaggaatti argamtanii fi jijjiirraa online guutuu barbaaddan ragaalee barbaachisoo qabachuun gara mana kompiwuuteraa keenya yoo dhuftan daqiiqaa muraasa keessatti iyyannoo jijjiirraa keessanii isiniif guunna.
Teessoon Magaalaa Dambi Dolloo Yuunivarsitii Riifti vaalii fuula dura [Bright computer center)

https://t.me/Digitaltech_soln |https://web.facebook.com/DaDu2012/

Beeksia - Jijjiirraa Barsiisotaa
BBO - Hayayya 12/2018 Guyyaan Iyyannoo jijjiirraa barsiisotaafi dura bu'oota manneen barnootaa Hagayya 13 - 16/2018 qofa 'online'n kan guutan ta'uun beekameera.
Kanaafuu, Guyyaa boruu 13/12/2018 irraa eegaltanii Liinkii asii gaditti isiniif kennametti fayyadamuun iyyannoo keessan guuttachuu ni dandeessu.
Hubachiisa - "User Name" fi "Password" keessan galchuun gara iyyannoo keessanii galuu dandeessu.
Liinkichis:- tmis.oeb.gov.et

https://t.me/Digitaltech_soln |https://web.facebook.com/DaDu2012/

Warreen ijoollee keessan galmeessitanii fi messagen isiniif gale nuuf bilbilaa waraqaa eenyummeessaa dijiitaalaa kana print godhadhaa jenna. 0940065589[Rift valley university fuuldura bright computer dambi dollo)

https://t.me/Digitaltech_soln |https://web.facebook.com/DaDu2012/

Bright computer Tajaajiloonni £ ♤Maxxansa National id print gochuu ♤Galmeewwan hojii ,qormaataa fi barnootaa online ♤Maxxansa T_shirt, ♤Maxxansa Banner, ♤Maxxansa Stamp, ♤Maxxansa certificate.... ♤Maxxansa kardii , laptop, printer... maintenance

odeeffannoo barbaachisoo argachuuf
01/07/2026

odeeffannoo barbaachisoo argachuuf

Share your knowledge and skills for others to get more skills $$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$ Tajaajiloonni keenya job vacancy application work ,Banner,Stamp, certificate.... id print gochuu , laptop, printer... maintenance NID

  collectors nama baayee barbaada ammuma kottaa galmaa'aa➡️ Ethiopia Statistical Service (ESS)➡️ Position: National Data...
18/05/2026

collectors nama baayee barbaada ammuma kottaa galmaa'aa

➡️ Ethiopia Statistical Service (ESS)
➡️ Position: National Data collectors
➡️ Workplace: Nationwide (in all regions and city administrations)

➡️Requirements and Qualifications

➡️We are looking for candidates who meet the following requirements:
➡️Work Experience: No work experience is required.

➡️Age: Candidates must be under 45 years old.
➡️Language: Must be able to speak the local language of the region or district where they will work.

➡️Education: Must have at least a diploma or degree in any field of study.

➡️Digital Knowledge: Must be comfortable using smartphones or tablets for data recording.
Physical Ability: Especially for those in rural or remote areas, must be able to travel from house to house and conduct interviews.
Dambi Dolloo 04 Kilinika Hawwanii fuuladuratti argamna

https://t.me/Digitaltech_soln |https://web.facebook.com/DaDu2012/

Share your knowledge and skills for others to get more skills $$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$ Tajaajiloonni keenya job vacancy application work ,Banner,Stamp, certificate.... id print gochuu , laptop, printer... maintenance NID

Address

Magariituu Oromiyaa
Dembi Dolo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nabek Printing and Advert posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share