Jemal Abdella

Jemal Abdella We have a goal that we want to reach!

 !! +251955528238+251955528238⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️ +251955528238   ETHIOPIA CALL YOU🔯🔯 DHAABATA   LUSIFER ADDUNYAA DAM...
28/10/2024

!!
+251955528238
+251955528238
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

+251955528238 ETHIOPIA CALL YOU
🔯🔯 DHAABATA LUSIFER ADDUNYAA DAMEE OROMIYAA IRRAA dhiyoo Asiti Galmee Eegaleera.
🤙Maaree Oddeefannoo Gahaa Argachuuf Lakkoofsa Armaan Gadii irrati nu
Quunamaa
🅱️📞📞+251955528238 Bilbila
🅱️ 📞📞 +251955528238 Call.
kamirrattuu hin xiyyeeffatu. Kana jechuun hin mormus hin deggarus Nami Kamiyyuu Amantii barbaade hordofuu danda'a jechuudha.
Bilisa.
➽Hojii Qofarratti xiyyeeffate. Carra Gaarii.
Amanamummaa fi Ofitti Amanamummaa Qabaachuun Jiraachu danda'a
➽dhaabbanni illuminanti guddicha lucifer #666. miseensa haaraa dabalachuudhaaf ammallee simannaa irra jira. Namoonni hiyyummaa keessaa gara badhaadhinaatti cehuu dandeessuu. Odeeffanno nuun ga'uun, Gabaasa qabatamaa Nuun ga'aa.
Faayidaan isaa qarshii yeroo jalqabaaf account keessan irratti isiniif galii ni godha
Carraa biyyoota alaa biyya barbaaddan deemtanii akka daawwannaa taasistaniif carraan isniif kennama
dabalataan konkolaataa dhuunfaa ittiin bakka barbaaddan deemtan isin badhaasa .
Qalabatii magic isiniif kennaa . Dhoksaalee garaagaraa Addunyaan qabdu isin agarsiisa . Pass porti biyyoota Alaa. Kan akka Canada, Dubai, Quatar, Biyyoota Awuroppaa Muraasa Argachuu nii dandeessu.
✒️Gara Miseensumaati dhuufuuf Kanneen Armaan Gadii Ergachuun Dirqama

1.maqaa guutuu hanga akaakayuutti
2. photo gabaabaa tokko
3.waraqaa eenyummaa
4.maqaa haadhaa
5.bakka jireenyaa
6.gahee hojii
7.bara dhalootaa
8.umurii
9.Account. dhuunfaatti Qabdan.
10.Sadarkaa Barnoota.
11.kaffaltii Galmeef oolu
Kara 👉Imo. Tiin ergachuuf.
Lakkoofsa 📞 +251955528238 bilbiluun heloo Jedhaa,,
Kaffaltii Galmee Sadarka Sadii jiru Keessa Filatanii Galmayuu dandeessuu
➽➽ 6611===} 500,000.00
➽➽ 4611===} 400,000.00
➽➽ 3611===} 300,000.00
Namoonni fedhii hin qabne bilbiluun hin barbaachisuu !!! Qoosaa Garaa Garaaf, Bilbiluun hin ba

 !! +251955528238+251955528238⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️ +251955528238   ETHIOPIA CALL YOU🔯🔯 DHAABATA   LUSIFER ADDUNYAA DAM...
23/10/2024

!!
+251955528238
+251955528238
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

+251955528238 ETHIOPIA CALL YOU
🔯🔯 DHAABATA LUSIFER ADDUNYAA DAMEE OROMIYAA IRRAA dhiyoo Asiti Galmee Eegaleera.
🤙Maaree Oddeefannoo Gahaa Argachuuf Lakkoofsa Armaan Gadii irrati nu
Quunamaa
🅱️📞📞+251955528238 Bilbila
🅱️ 📞📞 +251955528238 Call.
kamirrattuu hin xiyyeeffatu. Kana jechuun hin mormus hin deggarus Nami Kamiyyuu Amantii barbaade hordofuu danda'a jechuudha.
Bilisa.
➽Hojii Qofarratti xiyyeeffate. Carra Gaarii.
Amanamummaa fi Ofitti Amanamummaa Qabaachuun Jiraachu danda'a
➽dhaabbanni illuminanti guddicha lucifer #666. miseensa haaraa dabalachuudhaaf ammallee simannaa irra jira. Namoonni hiyyummaa keessaa gara badhaadhinaatti cehuu dandeessuu. Odeeffanno nuun ga'uun, Gabaasa qabatamaa Nuun ga'aa.
Faayidaan isaa qarshii yeroo jalqabaaf account keessan irratti isiniif galii ni godha
Carraa biyyoota alaa biyya barbaaddan deemtanii akka daawwannaa taasistaniif carraan isniif kennama
dabalataan konkolaataa dhuunfaa ittiin bakka barbaaddan deemtan isin badhaasa .
Qalabatii magic isiniif kennaa . Dhoksaalee garaagaraa Addunyaan qabdu isin agarsiisa . Pass porti biyyoota Alaa. Kan akka Canada, Dubai, Quatar, Biyyoota Awuroppaa Muraasa Argachuu nii dandeessu.
✒️Gara Miseensumaati dhuufuuf Kanneen Armaan Gadii Ergachuun Dirqama

1.maqaa guutuu hanga akaakayuutti
2. photo gabaabaa tokko
3.waraqaa eenyummaa
4.maqaa haadhaa
5.bakka jireenyaa
6.gahee hojii
7.bara dhalootaa
8.umurii
9.Account. dhuunfaatti Qabdan.
10.Sadarkaa Barnoota.
11.kaffaltii Galmeef oolu
Kara 👉Imo. Tiin ergachuuf.
Lakkoofsa 📞 +251955528238 bilbiluun heloo Jedhaa,,
Kaffaltii Galmee Sadarka Sadii jiru Keessa Filatanii Galmayuu dandeessuu
➽➽ 6611===} 500,000.00
➽➽ 4611===} 400,000.00
➽➽ 3611===} 300,000.00
Namoonni fedhii hin qabne bilbiluun hin barbaachisuu !!! Qoosaa Garaa Garaaf, Bilbiluun hin ba

24/03/2024
Every test in our lifes Makes Us bitter or better, But Only GOD understands for you.  May Allah solve all our problems!!...
03/11/2023

Every test in our lifes Makes Us bitter or better, But Only GOD understands for you. May Allah solve all our problems!!!.

 -HAARAAMaqaan ishee Obi'aanujuu Antooni'aa Ibi'aanuu yemmuu jedhamtu Lammii Naayijeeriyaati.Dubartiin kun heerumtee wag...
25/10/2023

-HAARAA

Maqaan ishee Obi'aanujuu Antooni'aa Ibi'aanuu yemmuu jedhamtu Lammii Naayijeeriyaati.

Dubartiin kun heerumtee waggaa diigdamii shan (25) booda daa'imman sagal (9) argatte.

Dubartiin kun ijoollee dhabdee eega abdii kutatteen booda, eerumtee waggaa 25'n booda daa'imman sagal(9) bakka tokkotti aragatteetti.

By Iconic Africa

19/10/2023

"Gowwaa fi qalamni waan qabe gadin dhiisu."
=====================================

naa godhaa mee arra fayyaa dayaa ❗

Namni waa himu yeroo takka himnaan gaha.Dirqamaan nama fudhachiisuun hin dandayamu. Yaa warra wahi himna jettan kha waa namatti himuu malee mataa isaatti waa himee hin beeyne, ifin dadhabsiisin silaa haqa himaa jiraatteehuu akka amma itti himaa jirtu khanatti namni sirraa fudhatu hinjiruu.

Kheeysaafuu nama waa itti himaniis if moggaa laalaa himuun akkaan barbaachisa. Usaniituma akka nama haraaraa waa himuu qabuutti iyyee iyyisiisu malee namni waa himuun beeyne silaa social media khana irraa fagaatee isaafii warra inni waa itti himuufillee irra wayya.

Kha waa halaal godhuu fi haraama godhu Rabbii tokkicha malee isin warra tafiituun beeyne khanaa miti. Halaalii fi haraama adda baaftee himuuf beekhumsa gahaa si barbaachisa.Namni ofiifuu eenyurraa akka baratee fi eeysatti akka barate hin beekkamne khanuma social median khun maqaa itti godhe faatu muftii if sehee as baha. Beekkamtiin beekhumsan taatu. Beekkamtiin beekkumsaan maletti halakha. Waan waa hunda beeytu if seeta. Garuu akka humaa hin beeyne waanuma ati dubbattuutu si hima.

Ani maaf waa himan jechaa hin jiru. Garuu akka itti himantu sirrii miti. Himuun ammoo beekhumsaa fi ragaa waan himtu saniif dhiheeyfattuutu murteeysa. Yaada nama deegggartee fudhattee callisuutu si baasa malee yaada siif tahe dirqiin namatti fe’uun gowwummaa hoongan qabne. Biyya Toophiyaa ja’amtu tanaahuu khan afaanii funyaan wallaalchisee yeroo mara hiyyummaa kheeysa akka turtu isii taasise waaniin an fedhe dirqitti fudhu, waaniin an jibbe dirqitti jibbiidha. Namni khanaahuu hin yaadanne maal irra laalan yoo olbahee waan fedhe diddigees.

Sheekkotiin teenya ilaalcha gara garaa qabaachuu dandayan. Waan tokko haraami ja’ee hubate khuun ammo halaali ja’ee hubachuun shariyaa keeysatti waanuma jiru. Garuu hubannoon sheekkanii san bifa arrabaa fi jibbaatiin yoo khan dhiyaatu tahe yokhaa dogoggora taha yokhaa ammoo wallaaluma taha. Lamaan khana bira hin khutu.
Khanaaf namni waa himu hundi bifa namni isarraa fudhatuun himuu qaba. Za’aa 24 waanuma takkarraa iyyaa ooluun gaarii miti. Ofii oowwanii nama oowwisuun gaariiti. Ofii jallatanii namallee jallisuun garrii miti. Dhugaan hima jettee dhugaa ifiifuu hin beeyneen hawaasa jeeqanii nama hunda zannii akka badu godhuun waa sirreeysuu osoon taane waa balleeysuu dha. Dila namaa khan akkanatti zannii walitti bade olii gad wal oofu khana khan itti gaafatamu Rabbi biratti isuma jalqaba yaada summii khana facaase. Khana jala muree beekhuu qaba. Silaa waan akka qabaatiif taateehillee rakkoo miti. Waan garii himuun dura barsiisuutu gaari. Sanuu yoo wannummaan barsiiftu sanuu sirrii taatee fi namnummaan barsiiftu sanuu nama waan san hin beeyne tahe.

Duniyaa tanarra wanti bu’aa qofa qabu hin jiru. Garuu daangaa qaba. Fakkeenyaaf namni buna siinii 9 dhuge bakka taa’uu ol kha’uu dadhabu mala. Nyaannilleen hisaaba dhaba yoo nyaatan Rabbi birattiis hin faarfamu. Jimaas akkuma warri buna dhugu dhugutti warri qama’uus qama’a. Gama haraaraatiin ammoo bunni jimaarra badaadha. Jimaa qama’aa as geenye. Akkuma namni itti jirutti jirra. Takkee ammoo akka namni itti jiruu olitti jirra Alhamdulillaah. 👏

Khanaaf warri jimaa jibbu yokaa jimaadha hin beeyne, yokaa jimaadha hin qabnee histiif jimaa jibba jenneetuma fudhanna.
Obboleeysoo histiin munnee dha ja’an. Suma qofa miidhaa firraa dhiisi. Namaa quudhuu dadhabuun gaarii miti. Namni histii qabu, khan histii godhu hin milkaawu. Teenya numaaf dhiisaa teeysanitti jabaadhaa. Khan abbaarra beekhu budaadha waan taheef nagaya waliif haa khenninuun dhaamsa khiyya khan dhumaati.✍

Abdurezak M. Ahmed Onkololeeysa 19, 2023
Finfinnee

18/10/2023

أَلَا إِنَّ نَصْرَ اللَّهِ قَرِيبٌ
سورة البقرة : الآية 204

14/10/2023

‎نا لله وانا اليه راجعون
Innaalillaahi wainnaa ileeyhi raaji'uan! Haloo Daawwee gara biyya erraa hafiinsi hin jirree gara fuula Rabbii Deemte
Rabbiin Rahmata siif ha godhu.

إ

Mee shamara Oromoo mara Bakka bu'een  Dr ililii  Gaafii gaafadha  Milkiin guddontu Walafaamiti watu--watu jiraDr ilili d...
07/10/2023

Mee shamara Oromoo mara Bakka bu'een Dr ililii Gaafii gaafadha Milkiin guddontu Walafaamiti watu--watu jira

Dr ilili dhifama wahiin si gaafadha!!!
Harmeentee HIREE GAARII JATTEE SI EYBISTE TI MO?
HICIITIIN MILKII TEETII MAALI ? Baga keetahe waliin bulaa, waliin horaa umrii dheradha .
but I am sorry!!!!!!!!!

DARGAGEESSI KUN. Guinness book Oromoo Irratti Galmaahuu qaba  Silaa Kan Orma Adii tahee taateen kun Ijoo Media Addunyaa ...
06/10/2023

DARGAGEESSI KUN. Guinness book Oromoo Irratti Galmaahuu qaba Silaa Kan Orma Adii tahee taateen kun Ijoo Media Addunyaa Akka tahu shakki hin qabu.

Guyyaan isaa Fulbaana 15 bara 2016 ture. Godina Harargee, Hirnaatti bokkaan sa’aatii sadii oliif walitti fufee roobee ture lolaa cimaa uume.

Daa’imni waggaa 10 kan re’ee tiksaa ture tokkos, re’een jalaa deemnaan deebisuuf deemee yoo deebi’uuf jedhu muciichis lolaadhaan marfame.

Hawaasni naannoo sanaas iyyee iyyisiisee namni naannicha guute. Yeroo sanattis bokkaan hin caamne ture.

Bakkichi daandii guddaa Finfinnee irraa gara Harar deemurra waan ta’eef konkolaattonni mucaa kana argan hedduunis bakkichatti dhaabbatanii ture.

Lafti daa’imni sun irra dhaabbatee ture dhawaatuma ykn waluma jalaan hanguma bishaan dabalu dhuunfatamaa deeme. Hamma kanatti maatiis ta’ee dirmataan mucaa kana baraaruuf bishaanicha seenuuf murteesse hin turre.

Hammi namaa achi dhaabbatee iyyee caraana. Bishaan dabalaa deeme. Hunduu abdii kutatee yeroo mucaa kana lolaan kun fuudhee deemu ilaaluuf dhihaateera.

Yeroo kana ture dargaggoon konkolaataa otobisii Harar irraa gara Finfinnee dhufaa ture keessaa tokko waan raajii kan raaawwate.

Maqaan isaa Abdii Tufaa jedhama. Salaale, aanaa Hidhabuu Abooteetti dhalatee guddate.

Abdiin Magaala Hararitti hojii dhuunfaa hojjetaa kan jiraatuu fi Ayyaana Masqalaa maatiisaa waliin kabajuuf gara Salaaleetti imalaa ture.

Ta’ii guyyaa sanaa akkas jechuun BBC’tti hime.

Abdii Tufaa wallaansa irra ta'e
“Otobisiidhaan deemaan ture. Hirnaa yeroo geenyun dammaqe malee rafaan tureeyyu. Yeroon oljedhu daa’imni galaanaan marfamtee uummanni gama dhaabbatee iyyaa jira.”

“Yeroon fooddaa irraa gadi ilaalu iji kiyyaa fi kan daa’ima sanaa walirra bu’e. Daa’imni kun nyaatamuufiidha. Namni baraaruuf seenu hin jiru. Yeroosan ofittan murteesse,” jedha.

Abdiin taatee kana yeroo arge konkolaachisaadhaan ‘naaf dhaabi’ jedhee karaa balbalaa bahuuf yeroo hin arganne.

“Karaan cuccufamaa waan tureef konkolaataan suuta deema. Battalan fooddaa konkolaataa na cinaaa jiru baneen utaalee bu’e. Fiigeen galaanicha seene,” jedha.

Mucaa xiqqaa lolaadhaan nyaatamuuf jirtu kana arginaan miraa isaa too’achuu akka dadhabe kana himu Abdiin, bilbilasaa, waraqaa eenyummaas ta’e maallaqa kiishaa qabu baasuus hin yaanne.

Akkuma jiruun seenee daa’ima kana bira gahe. “Anaa daa’ima kana bira gahu lolaan baayyee dabale. Nu lachuu oofee nuun deeme. Mucaa akka bishaan hin dhugne harka tokkoon mataasaa olqabaan gara maddiitti bahuuf yaale,” jedha.

Lolaan kun isaa fi daa’imicha hangaa meetira 100 akka oofee fi daa’imicha miidhaa tokko malee qarqaratti akka baasees hima.

Lolaan kun daran guddaa waan tureef dhagaa fi jirma adda addaa walitti haree deemaa ture. Erga mucaa baasee booda ofiif yoo bahuuf jedhu lolaan kun Abdii dhagaa fi jirmatti buuse.

Dargagon kun Nama Hanga wareegama Lubbuti Namaf kafalu kanaaf. Nama kana Deegaruun Itti fufuu qabna.

Maddi Oduu: BBC Afaan Oromoo

Bara 2023 Onkoloolessa 6
Jemal Abdella:Dire dawa

Address

Dire Dawa

Telephone

+251915142226

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jemal Abdella posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jemal Abdella:

Share