NBSN Media

NBSN Media Welcome to our page
Thanks for Following

Onneen maallaqaan hin Bitamtu, humnaanis hin Bitamtu, bareedinaanis Hin bitamtu, garuu laafinaFi waliigalteewwan gaariin...
28/04/2025

Onneen maallaqaan hin
Bitamtu, humnaanis hin
Bitamtu, bareedinaanis
Hin bitamtu, garuu laafina
Fi waliigalteewwan gaariin bitamtii.🤗🤗

HUbadhuuNamoonni gariin waan ati isaanirra adda taate qofaaf si jibbu garuu keessa isaaniitti akka keeti san ta`uuf haww...
23/02/2024

HUbadhuu
Namoonni gariin waan ati isaanirra adda taate qofaaf si jibbu garuu keessa isaaniitti akka keeti san ta`uuf hawwuu.! ~Ahmex Nbs

Irra Badaa Namaa jechuunNama ofii isaatif nama balleesseedeebi`ee nama san komatuudha !              🫰~Ahmex Nbs
21/02/2024

Irra Badaa Namaa jechuun

Nama ofii isaatif nama balleessee
deebi`ee nama san komatuudha !
🫰~Ahmex Nbs

👑guyyaa gaari🧡💖
20/12/2023

👑guyyaa gaari🧡💖

Gammachuun gammachuu olii Tan nama jaalatuuti ati ka fb gubbaa jirtu Hundi keessanu Jam Su Kkaa dhan Congr... yoo jettee...
14/12/2023

Gammachuun gammachuu olii
Tan nama jaalatuuti ati ka fb gubbaa jirtu
Hundi keessanu Jam Su Kkaa dhan Congr... yoo jetteen wahi omriin te si xiqqaati.~NBS

Ilmi nama akkuma  baharaati Maalummaa isaa bartee fixuu dhiisi walakkan ga'uuf Umriin teetu sitti xiqqaati.♤~NBS♡♤
12/12/2023

Ilmi nama akkuma baharaati Maalummaa isaa bartee fixuu dhiisi walakkan ga'uuf Umriin teetu sitti xiqqaati.♤~NBS♡♤

Namoonni fi yeroon kitaabota caalaa si barsiisni. ~NBS🙏💘
10/12/2023

Namoonni fi yeroon kitaabota caalaa si barsiisni. ~NBS🙏💘

Waanti Samiirra bararu harraageessat guraachaaYoo Nabi   iraati salawata hin buufne maal fb gubbaa goota.🫵 S A W🔥🫡
23/11/2023

Waanti Samiirra bararu harraageessat guraachaa
Yoo Nabi iraati salawata hin buufne
maal fb gubbaa goota.🫵 S A W🔥🫡

Israa'el ambsaaddarashee Afrikaa Kibaatti argamu gara biyyaatti waamte. Kunis kan dhagahame Afrikaan Kibbaa dhimma waraa...
21/11/2023

Israa'el ambsaaddarashee Afrikaa Kibaatti argamu gara biyyaatti waamte. Kunis kan dhagahame Afrikaan Kibbaa dhimma waraana Gaazatti gaggeeffamaa jirurratti Israa'el irratti himannaa guddaa dhiyeessuu hordofeeti.

   kana gubba irra dhufu Keetiitti hin gaddini, sababnis osoo bu'aa qabaachu baatte rabbinu sin uumu ture kanaf galata i...
29/08/2023

kana gubba irra dhufu Keetiitti hin gaddini, sababnis osoo bu'aa qabaachu baatte rabbinu sin uumu ture kanaf galata isaaf galchii Nbs

28/08/2023

Sodaachun humaamiti garuu
waan sodaattef sangalmaan
ga'uu dhabuutu badiidha
malee.Nbs

Abdii gaarii qabaachuun maagneetii gammachuuti.Yoo yaada gaarii qabaatte wanti gaarii fi namoonni gaariin sitti harkifam...
27/08/2023

Abdii gaarii qabaachuun maagneetii gammachuuti.
Yoo yaada gaarii qabaatte wanti gaarii fi namoonni
gaariin sitti harkifamu.

Address

Dirre Dawa
Dire Dawa
3000

Telephone

+251903529527

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when NBSN Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to NBSN Media:

Share