Qubee Press

Qubee Press Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qubee Press, Media/News Company, Harargee Times press, Dire Dawa.

 Ajjeefamuu Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa Walmaraa Aadde Warqee Fakkansaa ilaachisee Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa i...
05/06/2026


Ajjeefamuu Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa Walmaraa Aadde Warqee Fakkansaa ilaachisee Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa ibsa kenne.
----
Ibsa Mana Murtichaa πŸ‘‡πŸ‘‡

Guyyaa har'aa Godina Shawaa Lixaa Mana Murtii Aanaa Walmaraatti abbaan dhimmaa falmii abbaa manaa fi haadha manaa Mana Murtichaa irraa qabu Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa Walmaraa kan ta'an Aadde Warqee Fakkansaa akkasumas haadha manaa isaa kan turanii fi falmii qoodinsa qabeenyaa isa waliin gaggeessaa jiran Aadde Almaaz Mokonninitti shugguxii dhukaasuun lubbuun isaanii akka darbu kan taasise yammuu ta'u, ofii isaattis irra deddeebiin dhukaasuun yeroo ammaa kana hospitaalatti kan argamu ta'uun mirkanaa'ee jira.

Gochaan kun kan raawwatame yeroo Manni Murtichaa gamoo haaraa eebbisiisee hojii itti eegalaa jirutti yammuu ta'u, yeroo ammaa kana yakka raawwatameen wal qabatee namoonni dabalataa shakkaman to'atamanii qorannoon gaggeeffamuu eegalee jira.

Gochaan suukanneessaan Abbaa Seeraa Aadde Warqee Fakkaansaa irratti raawwatame haala kamiinuu fudhatama kan hin qabnee fi hawaasa Manneen Murtii fi hawaasa Magaalichaa laphee kan cabsedha. Dabalataanis, haadha warraa isaa waggoota dheeraaf waliin jiraatanii fi wal himatanii addaan bahan dubartii ulfoo akkaataa kanaan lubbuu dabarsuun hedduu kan nama gaddisiisudha.

Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa gochaa suukanneessaa Abbaa Seeraa Aadde Warqee Fakkansaa irra qaqqabeen gadda itti dhagayame ibsaa, maatii fi firoottan isaaniif jajjabina hawwa. Gochaa yakka raawwatameen wal qabatee qorannoowwan gaggeeffamuu eegalanii fi gara fuula duraati gaggeeffamanii seeraan ilaalaman adeemsaan kan ifoomsu ta'uus beeksiseera.

Baay’een Gadda! *****************Oollaan bultee beeka, akkatti bulu abbaatu beeka jedhama. Namni biyya kanaa kan siif ga...
29/04/2026

Baay’een Gadda!
*****************
Oollaan bultee beeka, akkatti bulu abbaatu beeka jedhama.
Namni biyya kanaa kan siif gaddu, kan siif dhukkubsatu, gaafa duute qofaa dha. Jiraatti si jaji'anitu gaafa duute si jaju.
Gaafa jirtu maqaa si balleessu, gaafa duute sobaan maqaa kee ol kaasu. Obboleettin kun kichuutti tarkaanfii ulfaataa akkasii waa malee hin fudhanne.
Namni gaafa waan godhu dhabuu fi osoo dhugaa qabuu dhugaa isaa dhabu tarkaanfii ulfaataa akkasii lubbuu tokkitti qabu irratti murteessa.
Duuti hunda keenyaaf waan hin hafne dha. Amma obboleettii kichuu kanaaf waanti goonu hin jiru. Deemte waan ta'eef 2ffaa hin deebitu.
Rabbi lubbuu ishee haa maaru!!
Baay’ee nama gaddisiisa!!

 ‼️Perezidaantiin USA Donald J. Trump  karra hurmuuz kana booda anatu cufa jechuun miidiyaa hawaasummaa dhunfaa isaanii ...
12/04/2026

‼️

Perezidaantiin USA Donald J. Trump karra hurmuuz kana booda anatu cufa jechuun miidiyaa hawaasummaa dhunfaa isaanii irratti barreessun ibsan.

Tiraamp Karri hurmuuz akka banamuuf biyyoonni Awurroppaa fi miseensonni naatoo akka nu gargaaran kanneen yaamicha goonefi didan amma inumaa Iraan waliin walii galuun boba'aa isaanii yeroo dabarfatan muldhataniiru.

Kuni immoo Ameerikaa guddoo xiqqeessanii ilaalu waan ta'eef hulaa kanaan wanti tokko akka hin dabarre anatu dhoorka jechuun akeekkachiisa cimaa kenne.

  πŸ’”πŸ₯Ία‰ α‰΅αˆ«αŠαŠ­ αŠ α‹°αŒ‹ αŒ‰α‹³α‰΅ α‹°αˆ­αˆΆα‰£α‰΅ α‹¨αŠα‰ αˆ¨α‰½α‹ αˆ…αƒαŠ• αˆ”αˆ­αˆ› αˆ΅αŠ•α‰³α‹¨αˆ αˆ…α‹­α‹ˆα‰· አለፈ I α‰ α‰°α‰£α‰ αˆ©α‰΅ αŠ α‹°α‰£α‰£α‹­ αŠ αŠ«α‰£α‰’ α‰ α‹°αˆ¨αˆ° α‹¨α‰΅αˆ«αŠαŠ­ αŠ α‹°αŒ‹ αˆαŠ­αŠ•α‹«α‰΅ α‰ α…αŠ‘ α‰†αˆ΅αˆ‹ α‰ αˆ…αŠ­αˆαŠ“ αˆ΅α‰΅αˆ¨α‹³ የቆየችው ...
09/04/2026

πŸ’”πŸ₯Ί
α‰ α‰΅αˆ«αŠαŠ­ αŠ α‹°αŒ‹ αŒ‰α‹³α‰΅ α‹°αˆ­αˆΆα‰£α‰΅ α‹¨αŠα‰ αˆ¨α‰½α‹ αˆ…αƒαŠ• αˆ”αˆ­αˆ› αˆ΅αŠ•α‰³α‹¨αˆ αˆ…α‹­α‹ˆα‰· አለፈ

I α‰ α‰°α‰£α‰ αˆ©α‰΅ αŠ α‹°α‰£α‰£α‹­ αŠ αŠ«α‰£α‰’ α‰ α‹°αˆ¨αˆ° α‹¨α‰΅αˆ«αŠαŠ­ αŠ α‹°αŒ‹ αˆαŠ­αŠ•α‹«α‰΅ α‰ α…αŠ‘ α‰†αˆ΅αˆ‹ α‰ αˆ…αŠ­αˆαŠ“ αˆ΅α‰΅αˆ¨α‹³ የቆየችው αˆ…αƒαŠ• αˆ”αˆ­αˆ› αˆ΅αŠ•α‰³α‹¨αˆ (αŠ₯αŠ©α‰Ή) α‰ α‹›αˆ¬α‹ αŠ₯αˆˆα‰΅ αˆ…α‹­α‹ˆα‰· αˆ›αˆˆα‰ α‰°αˆ¨αŒ‹αŒˆαŒ α’ α‹¨αˆ…αƒαŠ— αˆ΅αˆ­α‹“α‰° ቀα‰₯ር α‹›αˆ¬ αˆšα‹«α‹α‹« 1 α‰€αŠ• 2018 α‹“.ም α‰ αˆ°α‹“αˆŠα‰° αˆαˆ…αˆ¨α‰΅ αˆ›αˆ­α‹«αˆ αŠ«α‰΄α‹΅αˆ«αˆ α‰°αˆαŒ½αˆŸαˆα’

αˆ˜αŒ‹α‰’α‰΅ 23 α‰€αŠ• 2018 α‹“.ም α‰ α‹°αˆ¨αˆ°α‹ α‰ α‹šαˆ α‹¨α‰΅αˆ«αŠαŠ­ αŠ α‹°αŒ‹α£ α‹¨αŠ αŠ•α‹΅ αˆ°α‹ αˆ…α‹­α‹ˆα‰΅ α‹ˆα‹²α‹«α‹αŠ‘ αˆ›αˆˆα‰αŠ•αŠ“ αˆΆαˆ΅α‰΅ αˆ°α‹Žα‰½ α‹°αŒαˆž αŠ¨α‰£α‹΅ αŒ‰α‹³α‰΅ α‹°αˆ­αˆΆα‰£α‰Έα‹ αŠ₯αŠ•α‹°αŠα‰ αˆ­ α–αˆŠαˆ΅ መግለጹ α‹­α‰³α‹ˆαˆ³αˆα’ αˆ…αƒαŠ• αˆ”αˆ­αˆ› α‰ α‹°αˆ¨αˆ°α‰£α‰΅ αŠ¨α‰£α‹΅ αŒ‰α‹³α‰΅ αˆ‹αˆˆα‰α‰΅ α‰€αŠ“α‰΅ α‰ αˆ…αŠ­αˆαŠ“ αˆ΅α‰΅αˆ¨α‹³ α‰₯α‰΅α‰†α‹­αˆα£ αŒ₯αˆ¨α‰± αˆ³α‹­αˆ³αŠ« α‰€αˆ­α‰Ά α‹›αˆ¬ αŠ¨α‹šαˆ… α‹“αˆˆαˆ α‰ αˆžα‰΅ α‰°αˆˆα‹­α‰³αˆˆα‰½α’

Qubee Press

Ana nyatu jiruuf jireenyaa kon jijjiraa jetee akkas tatee yemaan hududaa saudii Algaar baka jedhamtuti saruuka sauditin ...
06/04/2026

Ana nyatu jiruuf jireenyaa kon jijjiraa jetee akkas tatee yemaan hududaa saudii Algaar baka jedhamtuti saruuka sauditin akkas taee yo mati isaa betaan adara sher godhaati biraan gaha rakoo hama kessae,jiraa, wly

20/03/2026

vedio kana irraa maal hubattu?

18/03/2026

Iiddi Jimmata ta'uun mirkanaa'ee jira.

qomce quuftee Oromiyaa dhuftee haala kanaan adamsee qabaa jira gootichi commando humna addaa oromiyaa πŸ˜…πŸ˜…
16/03/2026

qomce quuftee Oromiyaa dhuftee haala kanaan adamsee qabaa jira gootichi commando humna addaa oromiyaa πŸ˜…πŸ˜…

Address

Harargee Times Press
Dire Dawa

Telephone

+251911368883

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qubee Press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share