Ustaaz Bayaan Mahammad

Call

Ustaaz Bayaan Mahammad Barsiisaa

18/09/2026

Al-Hamdulillaah Al-Hamdulillaah

13/09/2026
WAA AFUR RABBIIN ISINIIF HAA KENNU ================================1: iimaana Sabaata Qabu2: Rizqii Barakaa Qabdu3: Umri...
10/09/2026

WAA AFUR RABBIIN ISINIIF HAA KENNU
================================
1: iimaana Sabaata Qabu
2: Rizqii Barakaa Qabdu
3: Umrii Barakaa Qabdu
4: Saahiba Haala Gaarii Qabu

• Nama Afur Garaa Itti Hin Jabaatin

1: Yatiima
2: Hiyyeessa
3: Dhukkubsataa
4: Daa’ima

• Waa Afur Rabbiin Isiniif Haa Laaffisu

1: Ibaadaa Hojjachuu
2: Diliirraa Toowbachuu
3: Laaftutti Tujjaaruu
4: Rakkataa Gargaaruu

Yaa Rabbi Wantoota asii olitti irraa dubbanne kana hunda isii nuuf laaffisi. Amiiiiiiiiiiiiiiiiin Yaa Rabbi yaa Allaha mee follow gadhaa obbollota koo
Rabbii isnifi hallafisu waan isniti jabatte hundaa

Address

Dire Dawa

Telephone

+251915036532

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ustaaz Bayaan Mahammad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share