Omer Dicor

Omer Dicor Never give up

29/11/2025

Big shout out to my newest top fans! Hajile Maddituu, Alamisha Oro Lij, Falmataa Sabaa, Roba Amado, Dursisha Bunoo, Hamzaa Jamaal, Naafyaad Adem, Oromiya Abdulay, Caalaa Dinee, KD Kada, Mahammad ibnu Abduraman, Leelloo Tiyaa, Jaaroo Ziyaad, Abdulhba jawar, Sadike Abdii, Åŕııfısha Ñaf, MîilTôô Hãßßãñ, Abdisha Man, Ukkaasha Reduwan Alii, Airplane Abdii, Bareduu Ye Harargee Liij, Mahdi Shazeli, Jalata Suf, Awol Jimma, عباس عبدالله, Sadi Musxafa, Firomsa Ahmed, Madi Ibrahim, Firo Boss, Najati Husen, Lencho Abrahim, Nasraddiin Ahmad, Adam Harun, Firishaa Go, Aÿüü Jãlãtüü Din Ïślãm, Firaân Bòon, Nejib Hassen, Faamii KM, Taju Abdurahaman, Sinaf Umer, Abdii Qeerroo, Sudisha Ğø, Michuu Saba Michuu Saba, Hayat Adamaa, Leyman Binti Seyfadin, Kade Dire Dire, Kalid MD Ibroo, Um Obsa, Karimaa Umuu Masuud, Osaamaa Fu'aad

Congratulations
09/11/2025

Congratulations

28/10/2025

As wr wb rabbi mokora akkana namarra haqabu.
Namni rabbiin laaffiseef gargaaruun cinaa haadhaabbannu. Akkasuma share godhuun gahe namummaa waliif haabahanu.😪
Namni xiqqoo qabdanis xiqqoodha jattani aka hin tuffanne waan dandenyun bira dhaabbannee ha gargaarru. Akasuma dhaabbiileen gara garaa fi ogeessoonni dhukuba kanaaf rabbin dandeytii fi ogummaa jenneef fayyaa isaatirratti ogummaaa dandeessaniin bira haadhaabbannu.
Account asiigadi kanaan ha gargaarruu.
Oromiya bank.1023900048638
Shamsu ahamd adam.
Ethiopia bank CBE. 1000155045788
Shamsu ahamd Adam

26/09/2025

Rabbi waliti sif ha dhaabu.
Oromo duai godhaafii

Kootta walbaraan👇👇👇👇👇👇Meeqa kenyaatu beeka Gachana charity association (Dhaabbata tola ooltummaa gaachanaa).Dhabani kun ...
03/09/2025

Kootta walbaraan👇👇👇👇👇👇
Meeqa kenyaatu beeka Gachana charity association (Dhaabbata tola ooltummaa gaachanaa).

Dhabani kun kan hundaa'e Wagga 4 lakofsisee jira. Wagga 4n kana guutu takka wantota akana fi akanaatin hojjadhe jaee gadi bahe dubate hin beeku. Maalif?
●keessoo isaatti ifjaaruu dabalatee hojiilee tola ooltummaa fi wanta ummata isaa fi biyya isaa fayyadu harka lafa jalaatiin akkaan hojjachaa ture.

■Amma maalif gadi bauun barbaachise?
● ummata isaa fi keessoo isaa wantoota harka lafajalaatin godhuu barbaachise mara erga godheen booda akkuma logo isaatirratti argitanitti. Asirraa kaase gaanfa Afrikaans bira dabree gara ummata adiittille ceuuf Akuma mullatutti yaroon inni gadi baee hojjatu gaee waan jiruuf sagantaa kaawwate xumuratee waan jiruuf. Gadi bauun dirqama taee mullate.

☆Maal hojjata maal hojjate?
●●• Dhaloota barnotan qaroomsuu, shamarran dabalatee namoota hojii dhabdootaaf carra hojii uumuu, haawwan fi manguddoo teenya tajaajila isaan barbaachisan kenufi, dargaggeesse araada adda addaatin qabaman fi hoji dhabdoota fi harka qalleeyyii tajaajila isaan fakkaatu kennuun gara hojitti isaan naquu, leenjii yaro gabaabaa fi dheeraa kennuu, manguddoo xoorata bahan ziyaaruun uffata fi nyaata isan barbachisu kenu fi, bulchiinsa biyyaatii waliin gahee isa fakkaatturrati waliin hojjatuu,daaima maati hin qabne cina dhabatuu, warreen hawasaf waagumaachan deeggaruu fi isan cinaa dhaabbatuun wan dandaun dhaabbatichi gargaaruu. Fi kkf

●••• Nutoo maali nurra eeggama?
☆Jajjabeessuu
☆waan dandenyun gargaaruu
☆Duai godhuu fii
☆Namoota gargarun barbachisu dhihesufi
☆biyya kesa fi alaanis misensa Ta'uufii
☆yaadan gargaaruu
☆bulchinsis tae dhunfattis sponsors taufi
☆keessaa fu abboottiin qabeenyaa wanta hawaasa isaa barbaachisu gaachana qunnamuun info guutuu fi hojiilee heddu gachani wan qabuuf wan dandau qofa osoon taane qaaman itti dhihaatee dalagee daleeysisuu fi gumaacha isaa bahatuu.
Gachanni.hayama guutuukan qabuu fi international

Oduu Gammachiisaa Qalbiin Hisdii hin qabne har'a ni gammaddi Ustaz Jemal Aliy Abdula Abbaan qabeenyaa keenya Waan nu boo...
18/08/2025

Oduu Gammachiisaa
Qalbiin Hisdii hin qabne har'a ni gammaddi
Ustaz Jemal Aliy Abdula Abbaan qabeenyaa keenya Waan nu boonsu ,kan muslima itoophiyaa mataa ol qabachiisu ,kan sheekkota diin barataniif fakkaanya guddaa tahu ,dhaabbata guddicha konkolaataa alaa galchu maqaan isaa jedhu ummataaf banaa godhee jira .

Namni Qalbiin isaa qulqulluu har'a ni gammada,
Dhaabbanni keenya osoon taane kiyya jedhama ,akka jabeeffannuuf kiyya jenna .
Abdii Hawaasa islaamaa
Ija ilmii fi ulamaa
Ustaaza kabajamaa
Baga milkoofte jedhaan sheeka keenyaan
Ijji si ilaalte ija aduu laalte haa taatu
Ilkaan siif qaramte haa doomtu

Alif Car Import kan keenya kan keessani 🥰

06/08/2025

Dhaabbata keessan👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Dhaabbata gachana charity association kan je'amu magala dirre dhawa kessatti kan hundeeffame hoggaa ta'u hojii tola oolt...
02/08/2025

Dhaabbata gachana charity association kan je'amu magala dirre dhawa kessatti kan hundeeffame hoggaa ta'u hojii tola ooltummaa baayyeefi boonsaa tae akkasuma mootummaa fi miti mootummaa waliin tauudhaan sagantaalee fi hojiilee baayyee waggaa afran kana keessa hojjachuun isaa niyaadatama.

Dhaabbani kun kan hundaa'e ummata isaa tajaajiluu fi deeggarsa lammii isaa barbaachisu cinaa dhaabbachuun adda durummaan kan hundaa'eedha.

Wantoota inni hojjachaa ture kesa
Kitaabban afaan oromo kan magala dirre dhawa kessatti gaggeeffaman kannen akka
Kitaaba jaarraa abbaa gadaa
Kitaaba Afran qalloo
Kitaaba Hiigaa
Kitaaba makmaaksaa
Kitaaba Jangal
Fi kanneen birootis baayyee adda durummaan warreen ummata isaanitif gumaacha bareedaa dhaloota dhufuuf hanbaa seenaa hanbisaniif gaachani sagantan akka bareeduu adda durummaan fudhatee bareechee irrati dalagee gaggeesseeti jira.

Maal kana qofa.
Mootummaa waliiin sagantaale jiran baayyinaan irrati hirmaatuun qooda ballaa ummata isaatiif motuma waliin gaggeesseeti jira.

Barattoota gonna barsiisuu fi namoota harka qalleeyyii cinaa dhaabbatuun hojiilee boonsaa ummata isaa gagammachiisan dila hojjatee jira.

Manguddoo ziyaaruu
Warreen xoorata ba'an jechuu.. kunuunsee uffata irraa dhiquun , tajaajila isaan barbaachisu kennaati ture.

Kanaaf dhaabbanni keessan dhaabbani gachana charity associationii magala dirree dhawaa bira kutee akkuma logo isaarratti argitan mullata guddaadhaan kan lafaa kaeedha. Maarree dhaabbata keessan jabeeffattanii akka lammiitti akka biyyaatti cinaa dhabbattanii guddisuun anaa fi isin mara qabdi kanaaf namuu qooda gama isaatiin jiru gaachanaaf akka bahatu waamicha ballaan isiniif taasisa.

Baka isiniin gahe kanaan anaa fi  singiloota aka kiyyaa hundaan rabbi haaga'u...
30/07/2025

Baka isiniin gahe kanaan anaa fi singiloota aka kiyyaa hundaan rabbi haaga'u...

Address

Dire Dawa

Telephone

+251995657028

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Omer Dicor posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Omer Dicor:

Share

Category