Umar Shek Ahmad Towhidaa

Umar Shek Ahmad Towhidaa Never give up

https://vt.tiktok.com/ZS9BTfxWCa5hW-MTYSh/.   Asirratti mariyataa jiran dhiironni.  Seenaa qooda kesan bahadhaa Ethiopia...
03/09/2026

https://vt.tiktok.com/ZS9BTfxWCa5hW-MTYSh/.

Asirratti mariyataa jiran dhiironni. Seenaa qooda kesan bahadhaa Ethiopia oromootooo

Check out 𝗗𝗮𝗯𝗯𝗮𝗹 𝗠𝗼𝗼𝘁𝗶🌳's LIVE streams on TikTok! Watch, follow, and discover the latest content from 𝗗𝗮𝗯𝗯𝗮𝗹 𝗠𝗼𝗼𝘁𝗶🌳.

Akka biyyaatti dorgomaa jira. Game guddaa qaba jarri siriti irratti if jaaree haga bulchiinsatti aboti qabenya dabalatee...
03/09/2026

Akka biyyaatti dorgomaa jira. Game guddaa qaba jarri siriti irratti if jaaree haga bulchiinsatti aboti qabenya dabalatee warren midiya biya isaanii hundi injifatuuf tattaafitti jiran akka oduun nugahetti. Keenya kunoo maalif duulli akka biyyattiitti hin taasisaminiif. Kanaf namni argitan hundi dirmachuu tab tab irraa kaase haga dhumaatti wan qabnun bira dhabanee Ethiopia injifachiifne maqa galmeessinu aka sabaattis oromoon aka wahunda dandeessu hunda namaatti ha agarsiisnu isinin jea.

Arra galgala wal arkaan teenya

Eenyu irra fayyadama?
30/08/2026

Eenyu irra fayyadama?

Oso wanta biraa tae namu click godhee laala. Kunoo malif click hintaane laata?!!!!   😢😢.  Linki tana iratti cuqaasun afe...
29/08/2026

Oso wanta biraa tae namu click godhee laala. Kunoo malif click hintaane laata?!!!! 😢😢. Linki tana iratti cuqaasun aferraa ajaiba kana Daawwadhaan isiniin jea

https://vt.tiktok.com/ZSVg1heMG/Challenge kanarat hirmaadhaa. barattoota bachelor duraanii biraanis gahaa!   Barsisa cha...
27/08/2026

https://vt.tiktok.com/ZSVg1heMG/

Challenge kanarat hirmaadhaa. barattoota bachelor duraanii biraanis gahaa! Barsisa challenge kanaratti tokkoffaa ba’e Kan walin ilaallu ta’a

Share, copy link, godhun nama hunda biran gahaa.

Barsisan toko kan ati barbaaddu yo kan barraawamee jiraatu tae comment sanuma jalatti maqa isaa katabdee. Comment sun like gota….

Manni barumsa kenya sadarkaa media tiinis mullachu qaba wan taef. Namu gahe kesan bahadha isinin jenna

26/08/2026

Finfinnee…dhugaan jiru kanuma

Sheka kenya shek mahamad bashir/ shek bashir… maal jean ?   Mana barumsa jadida/Meahadalnur al Islamic school
24/08/2026

Sheka kenya shek mahamad bashir/ shek bashir… maal jean ?
Mana barumsa jadida/Meahadalnur al Islamic school

08/08/2026

Address

Dire Dawa

Telephone

+251995657028

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Umar Shek Ahmad Towhidaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Umar Shek Ahmad Towhidaa:

Shortcuts

Share

Category