15/09/2026
Intalti umriin amata 24 gadii carraa heerumuu % 75 ol qabdi.
Yoo amata 25 hanga 29 jidduu jiraatte ammoo carraan heerumuu isii 50% ta'a.
Gaafa waggaa 30 guuttu, carraan heerumuu isii 25% dha .
Garuu,
Dhiirri tokko yeroo waggaa 25 gadi ta'u carraan fuudhuu isaa %25 gadi ta'a!
Dhiirri tokko waggaa 25 hanga 29 yeroo ta’u, carraan fuudhuu isaa 60% ta'a!
Dhiirri tokko yeroo waggaa 30 ol ta'u ammoo carraan fuudhuu isaa %80 ta'a!
Dubartoonni istaatiksii kana yoom hubatu? Dubartoonni umrii dargaggummaa isaanii qisaaseessuu akka hin qabne qorannoon tokko ni ifoomsa.
”Umriin dhiiraa akka wayinii ti! Kan Dubartootaa garuu akka aannaniiti” ja'a qorannichi.
Isin maal jettu?!
media page