03/09/2025
Barrii wagaan harayaaa
2018 kan kan tokkumaa
Baraa bilisuufi gudinaa.
Barri barraan dabraa
Sabnii kotis sabaa balaa
Wagaan harawnii kan bilisummaa
Wagaa harawaa senuuf 1,2 egaa jirraa.
Orommoon ko Wagaa wagaan
Ayaantuufi ayaantummaan
Aadaaf dudhaa qabuun
Lammiin wal yadee wal arguun
Isaa wal dhabees arrarfatee
Wagaa harawaa ebaan fudhaata.
Lammiin ko ayaanoota heduu qaba
Hundaa kessaa irreechaaf baka guda.
Irreechii irreefi gaachinaa sabaatii
Irrechii humnaaf Aadaa dudhaa oromoti
Badhaasaa lammiinbekamun adunyaati.
Bekumsaa oromoon qabu
Arraa malee dur ibsachuf
Tahuus hayuun malaan dhabu
Irrechaan adaa ofi ibsachaa turee
Kan jalaanaa hunda kessa irrecha fiilanee.
Dhamsaa irrechaa baraana
Egaa na bekuun mal buhaa qaba
Oso wal jibbaan gargaar bataanii
Irreefi irreechaa kabajuuf hin qanfaatanii.
Yo dhugaa irreechaaf irree gotootaa
Kan kalee dhoksaan senaan eydaani
Irrechaa baraanaa arraan aka dhuftaani.
Egaa jenee maf sodaanaa
Itii cabsinaan dhugaa argaana
Oboleyaan wal nyatuu alagaan gaamada.
Wareen lafaa oromiyaa bulcheee
1,2,3 tatuus agartee
Kan alagaa kan ofii gudisee
Sabnii ko iyuun hundaa busee
Kan amma ho akamitii laltee.
Baaraa jaraa sanii finfineee
Nannolee oromiyaa hundaa laltanii
Dhugaa dubaachuf alagaraa kessan gartaanii
Wan fedhees tatuuu laftii oromiyaa
Finfineee hararii, jimaan abba jifarii
Dubaahi landaan fa nu fake fakeesaanii.
Kan hafees sutumaan jahaanii
Ke tahuun kunoo buhaa qabdi.
Oromoo ko wal jaladhaa
Kutaaf lagaan wal qoduu dhisaaa
Baarii baraa ifaaf bilisummaati.