Dhaloota dhugaa

  • Home
  • Dhaloota dhugaa
Barataan Poolii Teknika Shaashimannee Konkolaataa Laambarginii fakkaattu hojjateHamiltan:Ebla 30/08/2017 FinfinneeBarata...
08/05/2025

Barataan Poolii Teknika Shaashimannee Konkolaataa Laambarginii fakkaattu hojjate

Hamiltan:Ebla 30/08/2017 Finfinnee
Barataan Poolii Teknika Shaashimannee Konkolaataa Laambarginii fakkaattu hojjachuun isaa ibsame.

Barataa Awwol Konkolaataan isaa kun lama qabachuu kan dandeessu yoo ta'u, gubbaan isaa akkaataa barbaachisummaa isaatti banamee kan cufamudhas jedheera.

Barataan kun moodeela Laambargini ilaalee kalaqa isaa itti dabaluudhaan akka hojjates himameera. Awwol makiinaa kana meenshaaleedhuma naannoo isaatti argaman irraa kan hojjate yoo ta'u sadarkaa amma irra jirtuun ga'uuf ji'a tokkoo ol itti fudhateera

Akka barataa Awwol jedhutti Konkolaataan isaa kun boba'aa baay'ee kan hin fayyadamne yoo ta'u Km 60 tti boba'aa L2 qofa akka ta'es ibseera. Konkolaataan kunis guutummaatti hojjatamee gaafa xumuramu hulaan isaa tuttuqaa tokko male ofiin banamee akka cufamus ibseera.

ETV Afaan Oromoo

Congratulations Naminii hojatuu yomiyuu numa badhafamaa kana qofa mitii kana olii gana badhafamitaa   _KadirTruck! Namoo...
05/05/2025

Congratulations Naminii hojatuu yomiyuu numa badhafamaa kana qofa mitii kana olii gana badhafamitaa _KadirTruck!
Namoota Ogummaa Kalaqaan Waa Uumaan Jajjabeessuun Imala Badhaadhina Biyyaa Dhugoomsa !
(WKGHB,Ebla,27/2017)
Harargee Bahaa Cinaaksan!
Abbaan Kalaqaa Konkolaataa Dargaggoo Kadir Rashid Dhalataa Godina Harargee bahaa Aanaa Cinaaksan Abbaa Kalaqaa Konkolaataa Maqaan Isaa" Kadir Truck" Tajaajila garaagaraa hedduu (Multifunctional ) kennuu danda'u Kalaquun Beekkamtii garaagaraa sadarkaa Naaannoo Oromiyaa fi Federaalaatti argachuu dubbata .

Kadir Sadarkaa Godina Harargee bahaatti politeknika Haramaayaatti dorgomee 1ffaa , sadarkaa naannootti Adaamaatti namoota 365 waliin dorgomee 1ffaa fi sadarkaa Federaalaattis namootaa 82 waliin dorgomee 1ffaa bahuun beekkamtiifi badhaasa garaagaraa argachuu himeera.

Waajjirri Kominikeeshinii godina Harargee bahaa kalaqa Konkolaataa 1ffaa inni kalaqe Kadir Truck Kalaqa Isaa waggaa 3 dura hojii midiyaa irratti hojjannee beeksisuu ni yaadatama.

Kadir Konkolaataa Gommaa sadiin socho'uu tajaajila garaagaraa kennuu danda'u Meeshaalee Naannoo irraa Kalaqeera, Konkolaataan amma kalaqe "Kadir Truck" kun Kalaqa Afuraffaa ta'uu dubbata.

Konkolaataa kun adda kan godhu tajaajila Multifunctional/tajaajila hedduu kanneen akka bishaan dhugaatii hawaasaaf dhiyeessuu,Daandii Bishaan Raphuu, Tajaajila laavajoo/konkolaataa dhiquu,Manneen ijaaramaa jiru simintoo bishaan Obsuu, Bishaan Gamoorra ol baasuu fi gad buusuu ,tajaajila Jallisii kennuu fi Balaa Ibiddaa yoo qunname dhaamsuun tajaajila kennuu kan danda'u fi akka konkolaataa miila sadii osoo hin taane saffisa guddaa kan qabu sa'aatii 1:00 tti kiloomeetira 55 hanga 63 kan deemu ta'uu dubbata.

Konkolaataan kadir Truck wanti konkolaataa biraa irraa adda godhu biraa Boba'aa qusachuu fi Saffisa olaanaa qabaachuu,Fireena sadii kan miilaa,kan harkaa fi qilleensaa qabaachuu hima.

Konkolaatni Addunyaa kanarraatti kalaqaman yeroo hoo'an humna hir'isaa deemu,kun immoo Ye

05/05/2025

"Seenaa rirmi hinyaatu"
Kitaaba seenaa kana eeybifnee haa ummataan dhaqqabnu!!

nama jechaafii gochaaniis seenaa qabatamaa dhalootaa dhalootatti dabartu kennata sirrii kaayyatee dabreedha.
Sheek Mohammad nama qaruuxee kaatileenkaa tahe kan miidhamni sabasaa hirriiba isa dhorku, kan qaawa gabrummaan seentuun duuchuuf halkaniifii guyyaa ta'abuu tureedha. Cunqursaan akkuma biyyarraa isa baaseen inni gama danda'u maraan onnatee ummatasaa cunqursaa jalaa baasuuf roga hedduun qabsaawaa ture.

Rogoota inni qabsaawaa tureen keessaa tokko akka ummanni oromoo miidiyaa afaan isaanii dubbatu argatee waldhaga'u godhuudha ture, qabsoo tanaas akka yunivarsitii Al-azaaritti qu'atee xumuretti yeroo badhaasa mooticha yeroo sanii Jamaal Abdunasir harkaa badhaasa fudhatetti raadiyoon afaan oromoo akka banamu tattaaffii godhee ture, haalli suniis ichitti aanja'u dhabnaan gara qubee afaan oromootiif taatu qoratee hanqinoota duraan ture ka fidalaa, ka harfii fii ka shaaldaa irraa fooyyeessuun qubee amma sirnaan itti katabutti jirru tana tartiiba qabsiisee akka ilmaan oromoo dhimma itti bahaniifii babal'isan qabsaa'otaa waliin irratti hojjate.
Dhimma qubee biratti kan miidiyaatis biyya somaaleerraa heyyama argachuun akka qophiin afaan oromoo itti fuftee ummata cunqurfamaaf sagalee tahaniifii dammaqsan irratti hojjate.

ogeessa waa hedduuti, walaleessaa, yedaleessaa, artistii, hoggansa, muftii, xiinqooqaa, qabsaawaa fii waa hedduu keessaa nama harka qabuudha.

Eegaa seenaasaa guutuu gaafa kitaaba isaa eeybifne ichirraa dubbifna. Gara dhimma ammaatti yoon isin deebisu, sheekni waggaa dila san oromoof ifaajee, biyya ambaa keessatti ba'aa baayyee baadhatee wantoota hedduu bu'ura nuuf kaayee dabre, haatahu biyya jaalatu biyyasaarraa alatti hafuu waan hin fedhiniif osoo lubbuun jiruu biyyatti deebi'ee biyyee biyyasaatti awwaalame Rabbiin rahammata haagodhuufi.
Biyya isaatti ilma isaa nuuf dhiise

History of  Martin Cooper makes the first public call on a handheld mobile phone.Motorola DynaTAC 8000X, the first mobil...
02/05/2025

History of
Martin Cooper makes the first public call on a handheld mobile phone.
Motorola DynaTAC 8000X, the first mobile phone, is released.
Motorola DynaTAC 8000S, the first commercially available mobile phone, is released.
Motorola MicroTAC 9800X, the first flip phone, is released.
IBM Simon, the first smartphone, is released.
SMS (Short Message Service) is first introduced.
IBM Simon, the first touchscreen phone, is released.
Nokia 9000 Communicator, the first phone with internet capabilities, is released.
Nokia 7110, the first phone with a built-in browser, is released.
Nokia 9210 Communicator, the first phone with a color screen, is released.
Apple iPhone, the first multi-touch smartphone, is released.
T-Mobile G1, the first Android smartphone, is released.
Apple iPhone 4, the first phone with FaceTime video calling, is released.
Samsung Galaxy S II, the first phone with a dual-core processor, is released.
Samsung Galaxy S4, the first phone with a 13MP camera, is released.
Apple iPhone 6, the first phone with Apple Pay, is released.
Samsung Galaxy S6, the first phone with a 16MP camera, is released.
Apple iPhone X, the first phone with facial recognition, is released.
Samsung Galaxy Fold, the first foldable smartphone, is released.
Samsung Galaxy S20, the first phone with 5G connectivity, is released.
Apple iPhone 14, the first phone with a 48MP camera, is released.

SEENAA GABAABAA JENERAAL WAAQOO GUUTUU USUU FI FIRII QABSOO ISAANII “GABRUMMAA HIDDAAN BUQQIFNA; DADHABNU ILMAAN ITTI GU...
02/05/2025

SEENAA GABAABAA JENERAAL WAAQOO GUUTUU USUU FI FIRII QABSOO ISAANII
“GABRUMMAA HIDDAAN BUQQIFNA; DADHABNU ILMAAN ITTI GUDDIFNA!”
~_____-~Seenaa Ririmi hin nyaatu!

Ilmi namaa gaafa dhalatee kaasee hanga du’aan addunyaa tana irraa boqatuutti seenaa hedduu keessa darba. Seenaa dansaa hojjateen kan yaadatamuu fi maqaan isaa dhalootaa gara dhalootaatti kan darbu garuu nama muraasa. Namoota seenaa akkasii hojjatanii erga addunya kana irraa boqataniin booda maqaan isaanii awwaalchaa olitti leellifamaa jiraatanii fi seenaan bara baraan isaan yaadatu keessaa tokko kan ta’an Jeneraal Waaqoo Guutuu ti.

Jeneraal Waaqoon seenaa qabsoo ummata Oromoo keessatti namoota daa’imummaa isaanii irraa eegalee jiruu isaanii guutuu qabsootti dabarsuudhaan dhuma iirrattis ummata oromootiif jecha lubbuu isaanii wareegan keessaa tokko turan. Ummata Oromoo gabrummaa jalaa baasuuf aarsaan isaan hin kaffalin hin jiru. Kaayyoon isaanii guddaan ummata Oromoo gabrummaa jalaa baasanii mirga abbaa biyyuummaa gonfachiisuu dha. Tarii yoo dadhabaniif immoo ummata isaanii seenaa barsiisanii akka isaan falmataniif akeeka qabsoo kaayuu dha. Isa kanaafi kan isaan “GABRUMMAA HIDDAAN BUQQIFNA; DADHABNU ILMAAN ITTI GUDDIFNA!” jedhanii dhaadataniif. Injifannoon yeroo ammaa dhaloota qubeetiin dhufe kun firii dhaamsa isaanii “ilmaan itti guddifna!’ jedhuu sana fakkaata. Dhaadannoo isaanii sanatu milkaa’e. Dhaamsa gootota darbaniitu hojiirra oole fakkaata. “Kuunnootiin kunoo taate; dubbiin naannootti himan kiiloo afuriin baate.” Dhaloonni qubee kan kaleessa imaanaa qabsaa’otaa of irratti fuudhe aarsaa boonsaa kaffalee waadaa isaanii galmaan gahuudhaan mirga abbaa biyyummaa nu gonfachiise.

Seenaa Qabsoo Jeneraal Waaqoo Guutuu Usuu
Gootichi Oromoo Jeneraal Waaqoo Guutuu Usuu , Abbaa isaanii Obbo Guutuu Usuu Cammarrii fi haadha isaanii Aaddee Dhuulloo Alii Hasan irraa bara 1916 A.L.I/ 1924 A.L.A tti Godina Baalee Aanaa Madda- Walaabuu lafa Odaa jedhamutti dhalatan. Abbaan isaanii obbo Guutuun ilma dhiiraa (1

New tips internet shortcutkeys 🖥️🚳🚷📵📵🚭🔞🔇 Computer Shortcuts                         computer       computer shortcut key...
08/04/2025

New tips internet shortcutkeys 🖥️🚳🚷📵📵🚭🔞🔇
Computer Shortcuts
computer
computer shortcut keys,computer shortcut key,computer tricks,keyboard shortcuts,computer,windows shortcuts,computer shortcut tips,shortcut key,computer keys shortcut,computer shortcuts,shortcut keys of computer,shortcut keys in computer,computer shortcut tricks,keyboard shortcut keys,shortcut keys for all computer,shut down shortcut key in computer,new folder shortcut key,new windows shortcuts,computer shortcut key learning in NECI Computer Institute

23/02/2025

SHEEK AHMAD WATAR LIVE

23/02/2025

Jaamiyaa Sheek Ahmed Weter

23/02/2025

Afrikaan Mana Marii Nagaa fi Tasgabbii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii keessatti teessoo dhaabbataa lama akka qabaattu dh...
15/02/2025

Afrikaan Mana Marii Nagaa fi Tasgabbii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii keessatti teessoo dhaabbataa lama akka qabaattu dhiibbaan itti fufa - Antooniyoo Guuterees
********************************

Afrikaan Mana Marii Nagaa fi Tasgabbii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii keessatti teessoo dhaabbataa lama akka qabaattu dhiibbaa cimsanii kan itti fufan ta’uu, Barreessaa Ol’aanaan Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Antooniyoo Guuterees himan.

Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 38ffaa Finfinneetti taa’amaa jiru irratti ergaa kan dabarsan Guuterees, hariiroon Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii fi Gamtaa Afrikaa gidduu jiru cimaa akka hin taane eeraniiru.

Haata’u malee Afrikaan Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii keessatti bakka bu’ummaa isheedhaaf malu argachuu akka qabdu himan.

Madaa daldalli garbaa fi koloneeffannaan Afrikaa keessatti dhiisanii darban waldhaanuuf yeroon haqa itti mirkaneessuu qaban amma ta’uu ibsaniiru.

Afrikaan addunyaa irratti baay’ina dargaggoota ol’aanaa qabaachuu ishee kan ibsan Barreessaa ol’aanaan Dhaabbata Biyyoota gamtoomanii kun, gabaa bilisaa guddisuu fi qabeenya albuudaa Afrikaa faayidaa Afrikaanotaaf oolchuudhaan Afrikaa guddisuun barbaachisaa ta’uu hubachiisaniiru.

Suudaan, Koongoo, Soomaaliyaa, Baha Giddu Galeessaa fi bakka biraatti walitti bu’iinsaa fi wal dhabdeen dhaabbachuu qaba jedhaniiru.

Afrikaan haqaa fi bilisummaa siyaasaa argachuu qabdi, addunyaanis tattaaffii kanaaf tumsa guutuu gochuu qaba jedhan.

Afrikaan haqa addunyaa duratti mirkaneessuuf rakkoo keessoo ishee ofuma isheetiin furuu akka qabdu, akkasumas walitti bu’iinsi Suudaan, Koongoo fi biyyoota Afrikaa biroo keessatti uumamu saffisaan furmaata Afrikaa argachuu akka qabu himaniiru.

Guuterees akka jedhanitti, uummanni Paalestaayin haqa argachuu qaba. Dhimmi Paalestaayin furmaata mootummoota lamaatiin xumura argachuu akka qabu eeraniiru.

Afrikaan Ajandaa 2063 dhugoomsuuf humna ishee guutuudhaa hojjechuu akka qabdu ibsaniiru.

Kanaaf ammoo dhaabbilee idil-addunyaa keessatti bakk

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhaloota dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share